5 Aayah · Meccan · Oromo
bismillah
ﭴﭵﭶﭷﭸﭹ
97:1 Dhugumatti, Nuti halkan sadarkaa qabdu keessa isa (Quraana) buufne
ﭺﭻﭼﭽﭾﭿ
97:2 Halkan sadarkaa qabdu maal akka taate maaltu si beeksise
ﮀﮁﮂﮃﮄﮅﮆ
97:3 Halkan sadarkaa qabdu jia kumarra caalti
ﮇﮈﮉﮊﮋﮌﮍﮎﮏﮐ
97:4 Maleykonniifi Jibriil ishee keessa eeyyama Gooftaa isaaniitiin ajaja hundaan buu
ﮑﮒﮓﮔﮕﮖ
97:5 Isheen hanga baha fajriitti nagaadha

Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers