Al-Qadr · 2/5
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Qadr
وَمَا أَدْرَاكَ مَا لَيْلَةُ الْقَدْرِ ۝٢
Wa maa adraaka ma lailatul qadr
📖 Afaan Oromoon
Halkan sadarkaa qabdu maal akka taate maaltu si beeksise
🎧 Caqasi

📜 Aayah 1-4 — Al-Qadr

1إِنَّا أَنزَلْنَاهُ فِي لَيْلَةِ الْقَدْرِ
Dhugumatti, Nuti halkan sadarkaa qabdu keessa isa (Quraana) buufne
2وَمَا أَدْرَاكَ مَا لَيْلَةُ الْقَدْرِ
Halkan sadarkaa qabdu maal akka taate maaltu si beeksise
3لَيْلَةُ الْقَدْرِ خَيْرٌ مِّنْ أَلْفِ شَهْرٍ
Halkan sadarkaa qabdu jia kumarra caalti
4تَنَزَّلُ الْمَلَائِكَةُ وَالرُّوحُ فِيهَا بِإِذْنِ رَبِّهِم مِّن كُلِّ أَمْرٍ
Maleykonniifi Jibriil ishee keessa eeyyama Gooftaa isaaniitiin ajaja hundaan buu
Al-QadrTarreeffama Qur'ana
5Aayah
MeccanRevelation
2Aayah

Hiikkaa — Al-Qadr 2

Suuratu Al-Qadr Aayah 2 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Halkan sadarkaa qabdu maal akka taate maaltu si beeksise

Suuratu Aayah 2/5 — Al-Qadr القدر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Qadr Caqasi, Al-Qadr Hiikkaa, Al-Qadr mp3, Al-Qadr pdf. Aayah 1–4. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers