Al-Qadr · 3/5
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qadr
لَيْلَةُ الْقَدْرِ خَيْرٌ مِّنْ أَلْفِ شَهْرٍ ۝٣
Lailatul qadri khairum min alfee shahr
📖 Afaan Oromoon
Halkan sadarkaa qabdu jia kumarra caalti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Suuratu Al-Qadr

1إِنَّا أَنزَلْنَاهُ فِي لَيْلَةِ الْقَدْرِ
Dhugumatti, Nuti halkan sadarkaa qabdu keessa isa (Quraana) buufne
2وَمَا أَدْرَاكَ مَا لَيْلَةُ الْقَدْرِ
Halkan sadarkaa qabdu maal akka taate maaltu si beeksise
3لَيْلَةُ الْقَدْرِ خَيْرٌ مِّنْ أَلْفِ شَهْرٍ
Halkan sadarkaa qabdu jia kumarra caalti
4تَنَزَّلُ الْمَلَائِكَةُ وَالرُّوحُ فِيهَا بِإِذْنِ رَبِّهِم مِّن كُلِّ أَمْرٍ
Maleykonniifi Jibriil ishee keessa eeyyama Gooftaa isaaniitiin ajaja hundaan buu
5سَلَامٌ هِيَ حَتَّىٰ مَطْلَعِ الْفَجْرِ
Isheen hanga baha fajriitti nagaadha
Al-QadrTarreeffama Qur'ana
5Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Al-Qadr 3

Suuratu Al-Qadr Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Halkan sadarkaa qabdu jia kumarra caalti

Suuratu Aayah 3/5 — Suuratu Al-Qadr القدر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qadr Caqasi, Suuratu Al-Qadr Hiikkaa, Suuratu Al-Qadr mp3, Suuratu Al-Qadr pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers