Suuratu Al-'Alaq Arabiffaa fi Oromoo
Suuratu Al-'Alaq hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (19 Aayah — مكية). Al-'Alaq Caqasi, Al-'Alaq Hiikkaa, Al-'Alaq mp3, Al-'Alaq pdf.Suuratu Al-'Alaq Dubbisi fi Caqasi
🎧 Aayah
M
Mishary Rashid Alafasy
✓
Mishary Rashid Alafasy
✓
M
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
A
Abdurrahman As-Sudais
✓
Abdurrahman As-Sudais
✓
M
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
A
Abdul Basit Abdul Samad
✓
Abdul Basit Abdul Samad
✓
A
Ali Al-Hudhaify
✓
Ali Al-Hudhaify
✓
A
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
A
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
M
Muhammad Ayyoub
✓
Muhammad Ayyoub
✓
A
Abdullah Basfar
✓
Abdullah Basfar
✓
A
Abdullah Al-Juhani
✓
Abdullah Al-Juhani
✓
M
Maher Al Muaiqly
✓
Maher Al Muaiqly
✓
—
x1
اقْرَأْ بِاسْمِ رَبِّكَ الَّذِي خَلَقَ ١
📖 Hiikkaa
Aayah 1
Maqaa Gooftaa keetii Isa (waan hunda) uumeetiin dubbisi
أَرَأَيْتَ إِن كَانَ عَلَى الْهُدَىٰ ١١
📖 Hiikkaa
Aayah 11
Yoo inni qajeeluma irra jiraate hoo mee naaf himi
أَرَأَيْتَ إِن كَذَّبَ وَتَوَلَّىٰ ١٣
📖 Hiikkaa
Aayah 13
Yoo inni (Abuu Jahal) kijibsiisee irraa gara gale hoo mee naaf himi
كَلَّا لَئِن لَّمْ يَنتَهِ لَنَسْفَعًا بِالنَّاصِيَةِ ١٥
📖 Hiikkaa
Aayah 15
Haa dhorgamu; yoo inni (Abuu Jahal) dhorgamuu baate, sammuu qabna
كَلَّا لَا تُطِعْهُ وَاسْجُدْ وَاقْتَرِب ۩ ١٩
📖 Hiikkaa
Aayah 19
Dhorgami! Isaan hin ajajaminSujuudis gara Rabbiittis dhihaadhu
Dubbisi Suuratu Al-'Alaq Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers

