Az-Zukhruf · 2/89
Hiikkaa Sagaleeffama — Az-Zukhruf
وَالْكِتَابِ الْمُبِينِ ۝٢
Wal Kitaabil Mubeen
📖 Afaan Oromoon
Kitaaba addeessaa ta’eenin kakadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 1-4 — Az-Zukhruf

1حم
Haa Miim
2وَالْكِتَابِ الْمُبِينِ
Kitaaba addeessaa ta’eenin kakadha
3إِنَّا جَعَلْنَاهُ قُرْآنًا عَرَبِيًّا لَّعَلَّكُمْ تَعْقِلُونَ
Akka isin hubattaniif Nuti Qur’aana Arabiffaa isa taasifne
4وَإِنَّهُ فِي أُمِّ الْكِتَابِ لَدَيْنَا لَعَلِيٌّ حَكِيمٌ
Inni haadha kitaabaa ol aanaa ogummaan guutamee Nu bira jiru keessatti argama
Az-ZukhrufTarreeffama Qur'ana
89Aayah
MeccanRevelation
2Aayah

Hiikkaa — Az-Zukhruf 2

Suuratu Az-Zukhruf Aayah 2 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kitaaba addeessaa ta’eenin kakadha

Suuratu Aayah 2/89 — Az-Zukhruf الزخرف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Az-Zukhruf Caqasi, Az-Zukhruf Hiikkaa, Az-Zukhruf mp3, Az-Zukhruf pdf. Aayah 1–4. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers