Az-Zukhruf · 3/89
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Az-Zukhruf
إِنَّا جَعَلْنَاهُ قُرْآنًا عَرَبِيًّا لَّعَلَّكُمْ تَعْقِلُونَ ۝٣
Innaa ja`alnaahu Quraanan `Arabiyyal la`allakum ta`qiloon
📖 Afaan Oromoon
Akka isin hubattaniif Nuti Qur’aana Arabiffaa isa taasifne

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 1-5 — Suuratu Az-Zukhruf

1حم
Haa Miim
2وَالْكِتَابِ الْمُبِينِ
Kitaaba addeessaa ta’eenin kakadha
3إِنَّا جَعَلْنَاهُ قُرْآنًا عَرَبِيًّا لَّعَلَّكُمْ تَعْقِلُونَ
Akka isin hubattaniif Nuti Qur’aana Arabiffaa isa taasifne
4وَإِنَّهُ فِي أُمِّ الْكِتَابِ لَدَيْنَا لَعَلِيٌّ حَكِيمٌ
Inni haadha kitaabaa ol aanaa ogummaan guutamee Nu bira jiru keessatti argama
5أَفَنَضْرِبُ عَنكُمُ الذِّكْرَ صَفْحًا أَن كُنتُمْ قَوْمًا مُّسْرِفِينَ
Ummata daangaa dabritoota waan taataniif gorsa isin irraa dabsinaa
Az-ZukhrufTarreeffama Qur'ana
89Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Az-Zukhruf 3

Suuratu Az-Zukhruf Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka isin hubattaniif Nuti Qur’aana Arabiffaa isa taasifne

Suuratu Aayah 3/89 — Suuratu Az-Zukhruf الزخرف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Az-Zukhruf Caqasi, Suuratu Az-Zukhruf Hiikkaa, Suuratu Az-Zukhruf mp3, Suuratu Az-Zukhruf pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers