Suuratu Al-Fil Arabiffaa fi Oromoo

Suuratu Al-Fil hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (5 Aayah — مكية). Al-Fil Caqasi, Al-Fil Hiikkaa, Al-Fil mp3, Al-Fil pdf.

Suuratu Al-Fil Dubbisi fi Caqasi

🎧 Aayah
M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
—
x1
bismillah
أَلَمْ تَرَ كَيْفَ فَعَلَ رَبُّكَ بِأَصْحَابِ الْفِيلِ ۝١
📖 Hiikkaa Aayah 1
Sila Gooftan kee Abbootii Arbaa irratti akkam akka dalage hin arginee
أَلَمْ يَجْعَلْ كَيْدَهُمْ فِي تَضْلِيلٍ ۝٢
📖 Hiikkaa Aayah 2
Sila tooftaa isaanii dhabama hin goonee? (godheera)
وَأَرْسَلَ عَلَيْهِمْ طَيْرًا أَبَابِيلَ ۝٣
📖 Hiikkaa Aayah 3
Simbira garee gareedhaan isaanitti erge
تَرْمِيهِم بِحِجَارَةٍ مِّن سِجِّيلٍ ۝٤
📖 Hiikkaa Aayah 4
Dhagaalee xuubii (suphee gubamte) irraa taate isaanitti darbatti
فَجَعَلَهُمْ كَعَصْفٍ مَّأْكُولٍ ۝٥
📖 Hiikkaa Aayah 5
Akka alalaa (okaa) nyaatamee isaan taasise
← 104 Al-Fil (105/114) 106 →
Dubbisi Suuratu Al-Fil Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee

105الفيل Al-Fil 📚 5 Aayah مكية



Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers