Suuratu Al-Humazah Arabiffaa fi Oromoo

Suuratu Al-Humazah hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (9 Aayah — مكية). Al-Humazah Caqasi, Al-Humazah Hiikkaa, Al-Humazah mp3, Al-Humazah pdf.

Suuratu Al-Humazah Dubbisi fi Caqasi

🎧 Aayah
M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
—
x1
bismillah
وَيْلٌ لِّكُلِّ هُمَزَةٍ لُّمَزَةٍ ۝١
📖 Hiikkaa Aayah 1
Hamattuufi arrabsituu hundaaf badiin mirkanaa’e
الَّذِي جَمَعَ مَالًا وَعَدَّدَهُ ۝٢
📖 Hiikkaa Aayah 2
Isa qabeenya walitti qabee lakkaae
يَحْسَبُ أَنَّ مَالَهُ أَخْلَدَهُ ۝٣
📖 Hiikkaa Aayah 3
Qabeenyi isaa isa hambisuu kan yaadu
كَلَّا ۖ لَيُنبَذَنَّ فِي الْحُطَمَةِ ۝٤
📖 Hiikkaa Aayah 4
Haa dhorgamu! [Ibidda] caccabsituu keessatti darbamuuf jira
وَمَا أَدْرَاكَ مَا الْحُطَمَةُ ۝٥
📖 Hiikkaa Aayah 5
Caccabsituun maal akka taate maaltu si beeksise
نَارُ اللَّهِ الْمُوقَدَةُ ۝٦
📖 Hiikkaa Aayah 6
(Isheen) ibidda Rabbii kan qabsiifamtuudha
الَّتِي تَطَّلِعُ عَلَى الْأَفْئِدَةِ ۝٧
📖 Hiikkaa Aayah 7
Ishee onnee irratti (laalaan ishee) mul’attuudha
إِنَّهَا عَلَيْهِم مُّؤْصَدَةٌ ۝٨
📖 Hiikkaa Aayah 8
Dhugumatti, isheen isaan irratti cufamtuudha
فِي عَمَدٍ مُّمَدَّدَةٍ ۝٩
📖 Hiikkaa Aayah 9
Utubaalee diriirfamaa keessatti (itti cufama)
← 103 Al-Humazah (104/114) 105 →
Dubbisi Suuratu Al-Humazah Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee

104الهمزة Al-Humazah 📚 9 Aayah مكية



Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers