5 Aayah · Meccan · Oromo
bismillah
ﮍﮎﮏﮐﮑﮒﮓﮔ
105:1 Sila Gooftan kee Abbootii Arbaa irratti akkam akka dalage hin arginee
ﮕﮖﮗﮘﮙﮚ
105:2 Sila tooftaa isaanii dhabama hin goonee? (godheera)
ﮛﮜﮝﮞﮟ
105:3 Simbira garee gareedhaan isaanitti erge
ﮠﮡﮢﮣﮤ
105:4 Dhagaalee xuubii (suphee gubamte) irraa taate isaanitti darbatti
ﮥﮦﮧﮨ
105:5 Akka alalaa (okaa) nyaatamee isaan taasise

Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers