6 Aayah · Meccan · Oromo
bismillah
ﮀﮁﮂﮃﮄ
114:1 Jedhi: "Gooftaa namaattin maganfadha
ﮅﮆﮇ
114:2 Mootii namaatti
ﮈﮉﮊ
114:3 Gabbaramaa namaatti
ﮋﮌﮍﮎﮏ
114:4 Hamtuu waswaasii dhokatuufi mul’atuu irraa
ﮐﮑﮒﮓﮔﮕ
114:5 Isa qoma namaa keessa waswaasu irraa
ﮖﮗﮘﮙ
114:6 Jinniifi nama irraa kan ta’e (irraan maganfadha).”

Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers