3 Aayah · Meccan · Oromo
bismillah
ﭑﭒ
103:1 Yeroonin kakadha
ﭓﭔﭕﭖﭗ
103:2 Dhugumatti, namni hunduu hoongoo keessa jira
ﭘﭙﭚﭛﭜﭝﭞﭟﭠﭡ
103:3 Isaan amanan, gaggaarii dalagan, haqa walii dhaamaniifi obsa walii dhaaman malee (warri hafan hoongoo guddaa keessa jiru)

Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers