Al-Kafirun · 3/6
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Kafirun
وَلَا أَنتُمْ عَابِدُونَ مَا أَعْبُدُ ۝٣
Wa laa antum `aabidoona maa a`bud
📖 Afaan Oromoon
Isinis waan ani gabbaru kan gabbartan hin taane

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Suuratu Al-Kafirun

1قُلْ يَا أَيُّهَا الْكَافِرُونَ
Jedhi: "yaa warra Rabbitti kafartan
2لَا أَعْبُدُ مَا تَعْبُدُونَ
Ani waan isin gabbartan hin gabbaru
3وَلَا أَنتُمْ عَابِدُونَ مَا أَعْبُدُ
Isinis waan ani gabbaru kan gabbartan hin taane
4وَلَا أَنَا عَابِدٌ مَّا عَبَدتُّمْ
Anis waan isin gabbartan (fuula duras) kan gabbaruu miti
5وَلَا أَنتُمْ عَابِدُونَ مَا أَعْبُدُ
Isinis waan ani gabbaru (fuula duras) kan gabbartanii miti
Al-KafirunTarreeffama Qur'ana
6Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Al-Kafirun 3

Suuratu Al-Kafirun Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isinis waan ani gabbaru kan gabbartan hin taane

Suuratu Aayah 3/6 — Suuratu Al-Kafirun الكافرون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Kafirun Caqasi, Suuratu Al-Kafirun Hiikkaa, Suuratu Al-Kafirun mp3, Suuratu Al-Kafirun pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers