6 Aayah · Meccan · Oromo
bismillah
ﭑﭒﭓﭔ
109:1 Jedhi: "yaa warra Rabbitti kafartan
ﭕﭖﭗﭘﭙ
109:2 Ani waan isin gabbartan hin gabbaru
ﭚﭛﭜﭝﭞﭟ
109:3 Isinis waan ani gabbaru kan gabbartan hin taane
ﭠﭡﭢﭣﭤﭥ
109:4 Anis waan isin gabbartan (fuula duras) kan gabbaruu miti
ﭦﭧﭨﭩﭪﭫ
109:5 Isinis waan ani gabbaru (fuula duras) kan gabbartanii miti
ﭬﭭﭮﭯﭰ
109:6 Isiniif amantiin keessan jira; anaafis amantiin kiyya jira

Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers