Suuratu Al-Buruj Arabiffaa fi Oromoo
Suuratu Al-Buruj hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (22 Aayah — مكية). Al-Buruj Caqasi, Al-Buruj Hiikkaa, Al-Buruj mp3, Al-Buruj pdf.Suuratu Al-Buruj Dubbisi fi Caqasi
🎧 Aayah
M
Mishary Rashid Alafasy
✓
Mishary Rashid Alafasy
✓
M
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
A
Abdurrahman As-Sudais
✓
Abdurrahman As-Sudais
✓
M
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
A
Abdul Basit Abdul Samad
✓
Abdul Basit Abdul Samad
✓
A
Ali Al-Hudhaify
✓
Ali Al-Hudhaify
✓
A
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
A
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
M
Muhammad Ayyoub
✓
Muhammad Ayyoub
✓
A
Abdullah Basfar
✓
Abdullah Basfar
✓
A
Abdullah Al-Juhani
✓
Abdullah Al-Juhani
✓
M
Maher Al Muaiqly
✓
Maher Al Muaiqly
✓
—
x1
وَهُمْ عَلَىٰ مَا يَفْعَلُونَ بِالْمُؤْمِنِينَ شُهُودٌ ٧
📖 Hiikkaa
Aayah 7
Isaan waan muimintootatti hojjatan irratti hirmaattota
وَمَا نَقَمُوا مِنْهُمْ إِلَّا أَن يُؤْمِنُوا بِاللَّهِ الْعَزِيزِ الْحَمِيدِ ٨
📖 Hiikkaa
Aayah 8
Rabbii injifataa, faarfamaatti amanuu malee homaa isaan irraa haaloo hin ba’anne
الَّذِي لَهُ مُلْكُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۚ وَاللَّهُ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ شَهِيدٌ ٩
📖 Hiikkaa
Aayah 9
(Rabbiin) Isa mootummaan samiifi dachii Isaaf taeedhaRabbiin waan hunda irratti ragaadha
إِنَّ الَّذِينَ فَتَنُوا الْمُؤْمِنِينَ وَالْمُؤْمِنَاتِ ثُمَّ لَمْ يَتُوبُوا فَلَهُمْ عَذَابُ جَهَنَّمَ وَلَهُمْ عَذَابُ الْحَرِيقِ ١٠
📖 Hiikkaa
Aayah 10
Dhugumatti, isaan muimintoota dhiiraafi dubartootaa rakkisanii ergasii gara Rabbii isaanii kan hin deebiIslaamni (hin tawbatin) isaaniif adabbii jahannamtu jira; ammas isaaniif adabbii gubaatu jira
إِنَّ الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ لَهُمْ جَنَّاتٌ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ ۚ ذَٰلِكَ الْفَوْزُ الْكَبِيرُ ١١
📖 Hiikkaa
Aayah 11
Dhugumatti, isaan amananii gaggaarii hojjatan, isaaniif ashaakiltiiwwan laggeen jala ishee yaatutu jiraSun milkii guddaadha
إِنَّ بَطْشَ رَبِّكَ لَشَدِيدٌ ١٢
📖 Hiikkaa
Aayah 12
Dhugumatti, qabaan Gooftaa keetii daran cimaadha
إِنَّهُ هُوَ يُبْدِئُ وَيُعِيدُ ١٣
📖 Hiikkaa
Aayah 13
Inni Isumatu [uumama] jalqaba; (dua boodas) ni deebisa
بَلِ الَّذِينَ كَفَرُوا فِي تَكْذِيبٍ ١٩
📖 Hiikkaa
Aayah 19
Dhugumatti, isaan kafaran kijibsiisuu keessa jiru
وَاللَّهُ مِن وَرَائِهِم مُّحِيطٌ ٢٠
📖 Hiikkaa
Aayah 20
Rabbiin immoo duuba isaanii irraan marsaadha
Dubbisi Suuratu Al-Buruj Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers

