Suuratu At-Tariq Arabiffaa fi Oromoo

Suuratu At-Tariq hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (17 Aayah — مكية). At-Tariq Caqasi, At-Tariq Hiikkaa, At-Tariq mp3, At-Tariq pdf.

Suuratu At-Tariq Dubbisi fi Caqasi

🎧 Aayah
M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
—
x1
bismillah
وَالسَّمَاءِ وَالطَّارِقِ ۝١
📖 Hiikkaa Aayah 1
Samiifi (urjii) halkan dhufaa ta’eenin (kakadha)
وَمَا أَدْرَاكَ مَا الطَّارِقُ ۝٢
📖 Hiikkaa Aayah 2
(Urjii) halkan dhufaa ta’e maaltu si beeksise
النَّجْمُ الثَّاقِبُ ۝٣
📖 Hiikkaa Aayah 3
(Inni) urjii ifti isaa dukkana uraa ta’eedha
إِن كُلُّ نَفْسٍ لَّمَّا عَلَيْهَا حَافِظٌ ۝٤
📖 Hiikkaa Aayah 4
Lubbuun hundi tiksaan ishee irra jiraatu malee hin hafu
فَلْيَنظُرِ الْإِنسَانُ مِمَّ خُلِقَ ۝٥
📖 Hiikkaa Aayah 5
Namni maal irraa akka uumame haa ilaalu
خُلِقَ مِن مَّاءٍ دَافِقٍ ۝٦
📖 Hiikkaa Aayah 6
Bishaan utaalaa irraa uumame
يَخْرُجُ مِن بَيْنِ الصُّلْبِ وَالتَّرَائِبِ ۝٧
📖 Hiikkaa Aayah 7
Jidduu dugdaatiifi qomaatii kan ba’u
إِنَّهُ عَلَىٰ رَجْعِهِ لَقَادِرٌ ۝٨
📖 Hiikkaa Aayah 8
Inni isa deebisuu irratti danda’aadha
يَوْمَ تُبْلَى السَّرَائِرُ ۝٩
📖 Hiikkaa Aayah 9
Guyyaa iccitiiwwan ifa baan
فَمَا لَهُ مِن قُوَّةٍ وَلَا نَاصِرٍ ۝١٠
📖 Hiikkaa Aayah 10
(Gaafas) humnas ta’ee tumsaan isaaf hin jiru
وَالسَّمَاءِ ذَاتِ الرَّجْعِ ۝١١
📖 Hiikkaa Aayah 11
Samii abbaa deddeebiitiinin (kakadha)
وَالْأَرْضِ ذَاتِ الصَّدْعِ ۝١٢
📖 Hiikkaa Aayah 12
Dachii dhodhootuunin (kakadha)
إِنَّهُ لَقَوْلٌ فَصْلٌ ۝١٣
📖 Hiikkaa Aayah 13
Dhugumatti, inni (Quraanni) jecha adda baasaadha
وَمَا هُوَ بِالْهَزْلِ ۝١٤
📖 Hiikkaa Aayah 14
Inni qoosaa hin taane
إِنَّهُمْ يَكِيدُونَ كَيْدًا ۝١٥
📖 Hiikkaa Aayah 15
Dhugumatti, isaan tooftaa baasu
وَأَكِيدُ كَيْدًا ۝١٦
📖 Hiikkaa Aayah 16
Anis tooftaan baasa
فَمَهِّلِ الْكَافِرِينَ أَمْهِلْهُمْ رُوَيْدًا ۝١٧
📖 Hiikkaa Aayah 17
Kaafirootaaf yeroo kenniAmmas xinnoo yeroo kenniif
← 85 At-Tariq (86/114) 87 →
Dubbisi Suuratu At-Tariq Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee

86الطارق At-Tariq 📚 17 Aayah مكية



Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers