Suuratu Al-Inshiqaq Arabiffaa fi Oromoo
Suuratu Al-Inshiqaq hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (25 Aayah — مكية). Al-Inshiqaq Caqasi, Al-Inshiqaq Hiikkaa, Al-Inshiqaq mp3, Al-Inshiqaq pdf.Suuratu Al-Inshiqaq Dubbisi fi Caqasi
🎧 Aayah
M
Mishary Rashid Alafasy
✓
Mishary Rashid Alafasy
✓
M
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
A
Abdurrahman As-Sudais
✓
Abdurrahman As-Sudais
✓
M
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
A
Abdul Basit Abdul Samad
✓
Abdul Basit Abdul Samad
✓
A
Ali Al-Hudhaify
✓
Ali Al-Hudhaify
✓
A
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
A
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
M
Muhammad Ayyoub
✓
Muhammad Ayyoub
✓
A
Abdullah Basfar
✓
Abdullah Basfar
✓
A
Abdullah Al-Juhani
✓
Abdullah Al-Juhani
✓
M
Maher Al Muaiqly
✓
Maher Al Muaiqly
✓
—
x1
وَأَذِنَتْ لِرَبِّهَا وَحُقَّتْ ٢
📖 Hiikkaa
Aayah 2
(Yeroo isheen ajaja) Gooftaa ishee dhaggeeffatte; (wanti kana godhu waan itti argameef) dhugaa qabdi
وَأَلْقَتْ مَا فِيهَا وَتَخَلَّتْ ٤
📖 Hiikkaa
Aayah 4
Waan ishee keessa jiru darbitee, duwwaas taate
وَأَذِنَتْ لِرَبِّهَا وَحُقَّتْ ٥
📖 Hiikkaa
Aayah 5
(Yeroo isheen ajaja) Gooftaa ishee dhaggeeffatte; (wanti kana godhu waan itti argameef) dhugaa qabdi
يَا أَيُّهَا الْإِنسَانُ إِنَّكَ كَادِحٌ إِلَىٰ رَبِّكَ كَدْحًا فَمُلَاقِيهِ ٦
📖 Hiikkaa
Aayah 6
Yaa namootaa! Dhugumatti, ati gara Rabbii keetii (dhaqqabuuf) hojiin qabsaa’aadhaa, isa (hojii kee) qunnamaadhas
فَأَمَّا مَنْ أُوتِيَ كِتَابَهُ بِيَمِينِهِ ٧
📖 Hiikkaa
Aayah 7
Namni galmee isaa mirga isaatiin kenname
وَأَمَّا مَنْ أُوتِيَ كِتَابَهُ وَرَاءَ ظَهْرِهِ ١٠
📖 Hiikkaa
Aayah 10
Namni galmee isaa dugda duubaan kenname immoo
إِنَّهُ كَانَ فِي أَهْلِهِ مَسْرُورًا ١٣
📖 Hiikkaa
Aayah 13
Dhugumatti, inni maatii isaa keessatti gammadaa ture
إِنَّهُ ظَنَّ أَن لَّن يَحُورَ ١٤
📖 Hiikkaa
Aayah 14
Dhugamatti, inni (gama Rabbii) deebi’uu dhabuu yaade
بَلَىٰ إِنَّ رَبَّهُ كَانَ بِهِ بَصِيرًا ١٥
📖 Hiikkaa
Aayah 15
Lakki! (ni deebi’a)Gooftaan isaa isa argaadha
لَتَرْكَبُنَّ طَبَقًا عَن طَبَقٍ ١٩
📖 Hiikkaa
Aayah 19
Dhugumatti, isin sadarkaa tokko irraa gara sadarkaa biraatti ceetu
وَإِذَا قُرِئَ عَلَيْهِمُ الْقُرْآنُ لَا يَسْجُدُونَ ۩ ٢١
📖 Hiikkaa
Aayah 21
Yeroo Quraanni isaan irratti qaraamus sujuuda hin buan
وَاللَّهُ أَعْلَمُ بِمَا يُوعُونَ ٢٣
📖 Hiikkaa
Aayah 23
Rabbiin irra beekaa waan isaan (onnee isaanii keessatti) walitti qabaniiti
إِلَّا الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ لَهُمْ أَجْرٌ غَيْرُ مَمْنُونٍ ٢٥
📖 Hiikkaa
Aayah 25
Garuu isaan amananii gaggaarii hojjatan isaaniif mindaa hin cinnetu jira
Dubbisi Suuratu Al-Inshiqaq Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers

