Al-Buruj · 20/22
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Buruj
وَاللَّهُ مِن وَرَائِهِم مُّحِيطٌ ۝٢٠
Wallaahu minw waraaa`ihim muheet
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin immoo duuba isaanii irraan marsaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 18-22 — Suuratu Al-Buruj

18فِرْعَوْنَ وَثَمُودَ
(Waraana) Firawniifi Samuud
19بَلِ الَّذِينَ كَفَرُوا فِي تَكْذِيبٍ
Dhugumatti, isaan kafaran kijibsiisuu keessa jiru
20وَاللَّهُ مِن وَرَائِهِم مُّحِيطٌ
Rabbiin immoo duuba isaanii irraan marsaadha
21بَلْ هُوَ قُرْآنٌ مَّجِيدٌ
Dhugumatti, inni Quraana guddaadha
22فِي لَوْحٍ مَّحْفُوظٍ
Luuhii tiikfamaa keessa jira
Al-BurujTarreeffama Qur'ana
22Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — Al-Buruj 20

Suuratu Al-Buruj Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin immoo duuba isaanii irraan marsaadha

Suuratu Aayah 20/22 — Suuratu Al-Buruj البروج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Buruj Caqasi, Suuratu Al-Buruj Hiikkaa, Suuratu Al-Buruj mp3, Suuratu Al-Buruj pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers