Suuratu Al-Ma'un Arabiffaa fi Oromoo

Suuratu Al-Ma'un hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (7 Aayah — مكية). Al-Ma'un Caqasi, Al-Ma'un Hiikkaa, Al-Ma'un mp3, Al-Ma'un pdf.

Suuratu Al-Ma'un Dubbisi fi Caqasi

🎧 Aayah
M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
—
x1
bismillah
أَرَأَيْتَ الَّذِي يُكَذِّبُ بِالدِّينِ ۝١
📖 Hiikkaa Aayah 1
Isa qormaata sobsiisu argitee
فَذَٰلِكَ الَّذِي يَدُعُّ الْيَتِيمَ ۝٢
📖 Hiikkaa Aayah 2
Sun isa yatiima humnaan deebisu
وَلَا يَحُضُّ عَلَىٰ طَعَامِ الْمِسْكِينِ ۝٣
📖 Hiikkaa Aayah 3
Hiyyeessa nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaafne
فَوَيْلٌ لِّلْمُصَلِّينَ ۝٤
📖 Hiikkaa Aayah 4
Warra salaataniif badiin mirkanaa’e
الَّذِينَ هُمْ عَن صَلَاتِهِمْ سَاهُونَ ۝٥
📖 Hiikkaa Aayah 5
Isaan sun warra salaata isaanii irraa dagatan
الَّذِينَ هُمْ يُرَاءُونَ ۝٦
📖 Hiikkaa Aayah 6
Isaan warra (dalagaa namatti) agarsiifataniif
وَيَمْنَعُونَ الْمَاعُونَ ۝٧
📖 Hiikkaa Aayah 7
Isaan meeshaa ergisaa dhorgataniif (badiin mirkanaa’e)
← 106 Al-Ma'un (107/114) 108 →
Dubbisi Suuratu Al-Ma'un Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee

107الماعون Al-Ma'un 📚 7 Aayah مكية



Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers