Al-Ma'un · 5/7
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'un
الَّذِينَ هُمْ عَن صَلَاتِهِمْ سَاهُونَ ۝٥
Al lazeena hum `an salaatihim sahoon
📖 Afaan Oromoon
Isaan sun warra salaata isaanii irraa dagatan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 3-7 — Suuratu Al-Ma'un

3وَلَا يَحُضُّ عَلَىٰ طَعَامِ الْمِسْكِينِ
Hiyyeessa nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaafne
4فَوَيْلٌ لِّلْمُصَلِّينَ
Warra salaataniif badiin mirkanaa’e
5الَّذِينَ هُمْ عَن صَلَاتِهِمْ سَاهُونَ
Isaan sun warra salaata isaanii irraa dagatan
6الَّذِينَ هُمْ يُرَاءُونَ
Isaan warra (dalagaa namatti) agarsiifataniif
7وَيَمْنَعُونَ الْمَاعُونَ
Isaan meeshaa ergisaa dhorgataniif (badiin mirkanaa’e)
Al-Ma'unTarreeffama Qur'ana
7Aayah
MeccanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'un 5

Suuratu Al-Ma'un Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan sun warra salaata isaanii irraa dagatan

Suuratu Aayah 5/7 — Suuratu Al-Ma'un الماعون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'un Caqasi, Suuratu Al-Ma'un Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'un mp3, Suuratu Al-Ma'un pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers