PDF —
7 Aayah Meccan PDF
Built right in your browser — download starts automatically

Suuratu Al-Ma'un pdf — Buufi (Oromo)

Suuratu Al-Ma'un pdf Oromo — Buufi Suuratu Al-Ma'un Hiikkaa. Suuratu Al-Ma'un (Meccan) 7 Aayah.

← QurayshSuuratu Al-Ma'un Al-Kawthar →


7 Aayah · Meccan · Oromo
bismillah
ﭦﭧﭨﭩﭪ
107:1 Isa qormaata sobsiisu argitee
ﭫﭬﭭﭮﭯ
107:2 Sun isa yatiima humnaan deebisu
ﭰﭱﭲﭳﭴﭵ
107:3 Hiyyeessa nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaafne
ﭶﭷﭸ
107:4 Warra salaataniif badiin mirkanaa’e
ﭹﭺﭻﭼﭽﭾ
107:5 Isaan sun warra salaata isaanii irraa dagatan
ﭿﮀﮁﮂ
107:6 Isaan warra (dalagaa namatti) agarsiifataniif
ﮃﮄﮅ
107:7 Isaan meeshaa ergisaa dhorgataniif (badiin mirkanaa’e)

Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 9, 2026

Don't forget us in your sincere prayers