Al-Ma'un · 3/7
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'un
وَلَا يَحُضُّ عَلَىٰ طَعَامِ الْمِسْكِينِ ۝٣
Wa la ya huddu `alaa ta`amil miskeen
📖 Afaan Oromoon
Hiyyeessa nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaafne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Suuratu Al-Ma'un

1أَرَأَيْتَ الَّذِي يُكَذِّبُ بِالدِّينِ
Isa qormaata sobsiisu argitee
2فَذَٰلِكَ الَّذِي يَدُعُّ الْيَتِيمَ
Sun isa yatiima humnaan deebisu
3وَلَا يَحُضُّ عَلَىٰ طَعَامِ الْمِسْكِينِ
Hiyyeessa nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaafne
4فَوَيْلٌ لِّلْمُصَلِّينَ
Warra salaataniif badiin mirkanaa’e
5الَّذِينَ هُمْ عَن صَلَاتِهِمْ سَاهُونَ
Isaan sun warra salaata isaanii irraa dagatan
Al-Ma'unTarreeffama Qur'ana
7Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'un 3

Suuratu Al-Ma'un Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Hiyyeessa nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaafne

Suuratu Aayah 3/7 — Suuratu Al-Ma'un الماعون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'un Caqasi, Suuratu Al-Ma'un Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'un mp3, Suuratu Al-Ma'un pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers