5 Aayah · Meccan · Oromo
bismillah
ﮈﮉﮊﮋﮌﮍ
111:1 Harki Abuu Lahab lamaan badde[Innis]bade
ﮎﮏﮐﮑﮒﮓﮔ
111:2 Qabeenyi isaatiifi wanti inni hores isa hin fayyanne
ﮕﮖﮗﮘﮙ
111:3 Ibidda abbaa bobayaa (belbelaa) taate seenuuf jira
ﮚﮛﮜﮝ
111:4 Niitiin isaas baadhattuu qoraanii taatee (seenti)
ﮞﮟﮠﮡﮢﮣ
111:5 Morma ishee keessa haada quncee temiraa irraa taetu jira

Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers