Al-Masad · 3/5
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Masad
سَيَصْلَىٰ نَارًا ذَاتَ لَهَبٍ ۝٣
Sa yas laa naran zaata lahab
📖 Afaan Oromoon
Ibidda abbaa bobayaa (belbelaa) taate seenuuf jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Suuratu Al-Masad

1تَبَّتْ يَدَا أَبِي لَهَبٍ وَتَبَّ
Harki Abuu Lahab lamaan badde[Innis]bade
2مَا أَغْنَىٰ عَنْهُ مَالُهُ وَمَا كَسَبَ
Qabeenyi isaatiifi wanti inni hores isa hin fayyanne
3سَيَصْلَىٰ نَارًا ذَاتَ لَهَبٍ
Ibidda abbaa bobayaa (belbelaa) taate seenuuf jira
4وَامْرَأَتُهُ حَمَّالَةَ الْحَطَبِ
Niitiin isaas baadhattuu qoraanii taatee (seenti)
5فِي جِيدِهَا حَبْلٌ مِّن مَّسَدٍ
Morma ishee keessa haada quncee temiraa irraa taetu jira
Al-MasadTarreeffama Qur'ana
5Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Al-Masad 3

Suuratu Al-Masad Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ibidda abbaa bobayaa (belbelaa) taate seenuuf jira

Suuratu Aayah 3/5 — Suuratu Al-Masad المسد (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Masad Caqasi, Suuratu Al-Masad Hiikkaa, Suuratu Al-Masad mp3, Suuratu Al-Masad pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers