PDF —
30 Aayah Meccan PDF
Built right in your browser — download starts automatically

Suuratu Al-Mulk pdf — Buufi (Oromo)

Suuratu Al-Mulk pdf Oromo — Buufi Suuratu Al-Mulk Hiikkaa. Suuratu Al-Mulk (Meccan) 30 Aayah.

← At-TahrimSuuratu Al-Mulk Al-Qalam →


30 Aayah · Meccan · Oromo
bismillah
ﭑﭒﭓﭔﭕﭖﭗﭘﭙﭚ
67:1 (Rabbiin) Inni mootummaan waan hundaa harka Isaa jiru tolli isaa baayateInni waan hunda irratti dandaaadha
ﭛﭜﭝﭞﭟﭠﭡﭢﭣﭤﭥﭦﭧ
67:2 (Rabbiin) Isa eenyuu keessantu irra toltuu akka hojjatu isin qoruuf jecha duaafi jireenya uumeedhaInnis injifataa, araaramaadha
ﭨﭩﭪﭫﭬﭭﭮﭯﭰﭱﭲﭳﭴﭵﭶﭷﭸﭹﭺﭻﭼ
67:3 (Rabbiin) Isa samii torba wal jalaa gubbaan uumeedha; uumaa Rahmaan keessatti wal dhabbii irraa homaa hin argituMee agartuu kee (gara samii) deebisii dhoohaa irraa waan tae ni argitaa
ﭽﭾﭿﮀﮁﮂﮃﮄﮅﮆﮇ
67:4 Ergasii yeroo baayee ija deddeebisi; ijji (kee) hoongaaa dadhabaa taee gara kee deebia
ﮈﮉﮊﮋﮌﮍﮎﮏﮐﮑﮒﮓﮔﮕ
67:5 Dhugumatti, samii addunyaa ibsaawwaniin (urjiiwwaniin) miidhagsineerraSheyxaanotaafis furguuggee ishee gooneIsaaniifis adabbii ibidda bobaaa qopheessineerra
ﮖﮗﮘﮙﮚﮛﮜﮝﮞ
67:6 Isaan Gooftaa isaaniitti kafaraniifis adabbii jahannamtu jiraDeebi’ichis waa fokkate
ﮟﮠﮡﮢﮣﮤﮥﮦﮧ
67:7 Yeroo ishee keessatti darbamanis haala isheen danfuutti jirtuun isheedhaaf (sagalee akka) halaaka harree dhagau
ﮨﮩﮪﮫﮬﮭﮮﮯﮰﮱﯓﯔﯕﯖﯗ
67:8 Dallansuu irraa kan kae ciccituutti dhihaatti; dhawaata gareen wahii ishee keessatti darbamuun waardiyyaan ishee "sila akeekkachiisaan (nabiyyiin) isinitti hin dhufnee?" (jechuun) isaan gaafata
ﯘﯙﯚﯛﯜﯝﯞﯟﯠﯡﯢﯣﯤﯥﯦﯧﯨﯩﯪ
67:9 Eeyyeen; dhugumatti akeekkachiisaan nutti dhufeera; sobsiifneeti Rabbiin homaa hin buufne; isin jallina guddaa keessa jirtu jenneen" jedhu
ﯫﯬﯭﯮﯯﯰﯱﯲﯳﯴﯵﯶ
67:10 Odoo kan dhageenyu yookiin kan xiinxallu taanee, silaa warra ibidda bobaaa keessaa hin taanu turre" jedhan
ﯷﯸﯹﯺﯻﯼ
67:11 Dilii isaaniis ni amananWarra ibidda bobaaatiifis (rahmata Rabbii irraa) fagaachuun haa jiraatu
ﯽﯾﯿﰀﰁﰂﰃﰄﰅﰆ
67:12 Dhugumatti, warra Gooftaa isaanii fagootti sodaataniif araaramaafi mindaa guddaatu isaaniif jira
ﭑﭒﭓﭔﭕﭖﭗﭘﭙﭚﭛ
67:13 Haasaa keessan gadi qabaa yookiin immoo ol qabaa; Inni beekaa waan qoma keessaati
ﭜﭝﭞﭟﭠﭡﭢﭣ
67:14 Sila Inni (iccitii) uumee keessa argaafi beekaa tae, (iccitii isaanii) hin beekuu
ﭤﭥﭦﭧﭨﭩﭪﭫﭬﭭﭮﭯﭰﭱﭲﭳ
67:15 Inni Isa dachii laaffifamtuu isiniif godheedha; naannoo ishee keessa deemaatii soorata Isaa irraas nyaadhaaDeebiinis garuma Isaatti
ﭴﭵﭶﭷﭸﭹﭺﭻﭼﭽﭾﭿ
67:16 Sila Inni samii olii, dachii isiniin kunnaan, achumaan isheen socho’uu of ni amantuu
ﮀﮁﮂﮃﮄﮅﮆﮇﮈﮉﮊﮋﮌﮍ
67:17 Yookiin immoo Inni samii olii bubbee cirracha qabu isin irratti erguu ni amantuu? Akeekkachiisni Kiyya akkam akka tae beekuuf jirtu
ﮎﮏﮐﮑﮒﮓﮔﮕﮖ
67:18 Dhugumatti, warri isaaniin duraas sobsiisaniiru; (adabbiin) Ana diduu akkam tureree
ﮗﮘﮙﮚﮛﮜﮝﮞﮟﮠﮡﮢﮣﮤﮥﮦﮧﮨ
67:19 Sila gara simbirroota gubbaa isaaniitti koola (qoochoo) isaanii babalisanii walitti dachaasanii hin ilaalanuu? Rahmaaniin malee homtuu isaan hin qabuDhugumatti, Inni waan hunda argaadha
ﮩﮪﮫﮬﮭﮮﮯﮰﮱﯓﯔﯕﯖﯗﯘﯙﯚ
67:20 Sila inni Rahmaaniin alatti humna waraanaa keessan taee isin tumsuu dandau eenyuma? Kaafiroonni gowwummaa keessa malee hin jiranu
ﯛﯜﯝﯞﯟﯠﯡﯢﯣﯤﯥﯦﯧﯨ
67:21 Odoo Inni soorata Isaa qabee, inni isin sooru eenyuma? Dhugumatti, isaan diddaafi (haqa) irraa baqachuu itti fufaniiru
ﯩﯪﯫﯬﯭﯮﯯﯰﯱﯲﯳﯴﯵ
67:22 Sila nama fuula isaa irratti gonbifamee deemu moo isa dhaabbatee karaa qajeelaa irra deemutu caalaa qajeelaa dha
ﯶﯷﯸﯹﯺﯻﯼﯽﯾﯿﰀﰁﰂﰃ
67:23 Jedhi: "Inni Isa isin uumee dhageettii, agartuufi onnee isiniif godheedha; hangi isin galatoomfattan waa xiqqaate
ﰄﰅﰆﰇﰈﰉﰊﰋﰌ
67:24 Jedhi: "Inni Isa dachii keessa isin facaaseedha; garuma Isaatti oofamtus
ﰍﰎﰏﰐﰑﰒﰓﰔ
67:25 Yoo kan dhugaa dubbattan taataniif, beellamni kun yoomi?" jedhu
ﰕﰖﰗﰘﰙﰚﰛﰜﰝﰞ
67:26 Jedhi: "Dhugumatti, beekumsi isaa Rabbiin bira qofa jiraAni immoo akeekkachiisaa ifa galaa qofa
ﭑﭒﭓﭔﭕﭖﭗﭘﭙﭚﭛﭜﭝﭞ
67:27 Yeroma dhihoo taee isa (beellamicha) argan fuulli warra kafaranii fokkatte"Inni kun isa waammataa turtanii dha" jedhame
ﭟﭠﭡﭢﭣﭤﭥﭦﭧﭨﭩﭪﭫﭬﭭﭮ
67:28 Mee naaf himaa! yoo Rabbiin anaafi nama ana wajjin jiru balleesse yookiin rahmata nuuf godhe, namni kaafiroota adabbii laalessaa irraa baraaru eenyu?" jedhi
ﭯﭰﭱﭲﭳﭴﭵﭶﭷﭸﭹﭺﭻﭼﭽ
67:29 Inni RahmaaniIsatti amanne; Isa irrattis hirkanneNamni jallina ifa tae keessa jiru eenyu akka tae beekuuf jirtu" jedhiin
ﭾﭿﮀﮁﮂﮃﮄﮅﮆﮇﮈ
67:30 Jedhi: "Mee naaf himaa! odoo bishaan keessan dachii keessa gadi lixaa taee namni bishaan yaau isiniif fidu eenyu

Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 9, 2026

Don't forget us in your sincere prayers