Al-Mulk · 29/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Mulk
قُلْ هُوَ الرَّحْمَٰنُ آمَنَّا بِهِ وَعَلَيْهِ تَوَكَّلْنَا ۖ فَسَتَعْلَمُونَ مَنْ هُوَ فِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ ۝٢٩
Qul huwar rahmaanu aamannaa bihee wa `alaihi tawakkalnaa fasata`lamoona man huwa fee dalaalim mubeen
📖 Afaan Oromoon
Inni RahmaaniIsatti amanne; Isa irrattis hirkanneNamni jallina ifa tae keessa jiru eenyu akka tae beekuuf jirtu" jedhiin
🎧 Caqasi

📜 Aayah 27-30 — Al-Mulk

27فَلَمَّا رَأَوْهُ زُلْفَةً سِيئَتْ وُجُوهُ الَّذِينَ كَفَرُوا وَقِيلَ هَٰذَا الَّذِي كُنتُم بِهِ تَدَّعُونَ
Yeroma dhihoo taee isa (beellamicha) argan fuulli warra kafaranii fokkatte"Inni kun isa waammataa turtanii dha" jedhame
28قُلْ أَرَأَيْتُمْ إِنْ أَهْلَكَنِيَ اللَّهُ وَمَن مَّعِيَ أَوْ رَحِمَنَا فَمَن يُجِيرُ الْكَافِرِينَ مِنْ عَذَابٍ أَلِيمٍ
Mee naaf himaa! yoo Rabbiin anaafi nama ana wajjin jiru balleesse yookiin rahmata nuuf godhe, namni kaafiroota adabbii laalessaa irraa baraaru eenyu?" jedhi
29قُلْ هُوَ الرَّحْمَٰنُ آمَنَّا بِهِ وَعَلَيْهِ تَوَكَّلْنَا ۖ فَسَتَعْلَمُونَ مَنْ هُوَ فِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ
Inni RahmaaniIsatti amanne; Isa irrattis hirkanneNamni jallina ifa tae keessa jiru eenyu akka tae beekuuf jirtu" jedhiin
30قُلْ أَرَأَيْتُمْ إِنْ أَصْبَحَ مَاؤُكُمْ غَوْرًا فَمَن يَأْتِيكُم بِمَاءٍ مَّعِينٍ
Jedhi: "Mee naaf himaa! odoo bishaan keessan dachii keessa gadi lixaa taee namni bishaan yaau isiniif fidu eenyu
Al-MulkTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
29Aayah

Hiikkaa — Al-Mulk 29

Suuratu Al-Mulk Aayah 29 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni RahmaaniIsatti amanne; Isa irrattis hirkanneNamni jallina ifa tae keessa…

Suuratu Aayah 29/30 — Al-Mulk الملك (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Mulk Caqasi, Al-Mulk Hiikkaa, Al-Mulk mp3, Al-Mulk pdf. Aayah 27–30. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers