Al-Mulk · 20/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Mulk
أَمَّنْ هَٰذَا الَّذِي هُوَ جُندٌ لَّكُمْ يَنصُرُكُم مِّن دُونِ الرَّحْمَٰنِ ۚ إِنِ الْكَافِرُونَ إِلَّا فِي غُرُورٍ ۝٢٠
Amman haazal lazee huwa jundul lakum yansurukum min doonir rahmaan; inilkaafiroona illaa fee ghuroor
📖 Afaan Oromoon
Sila inni Rahmaaniin alatti humna waraanaa keessan taee isin tumsuu dandau eenyuma? Kaafiroonni gowwummaa keessa malee hin jiranu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 18-22 — Al-Mulk

18وَلَقَدْ كَذَّبَ الَّذِينَ مِن قَبْلِهِمْ فَكَيْفَ كَانَ نَكِيرِ
Dhugumatti, warri isaaniin duraas sobsiisaniiru; (adabbiin) Ana diduu akkam tureree
19أَوَلَمْ يَرَوْا إِلَى الطَّيْرِ فَوْقَهُمْ صَافَّاتٍ وَيَقْبِضْنَ ۚ مَا يُمْسِكُهُنَّ إِلَّا الرَّحْمَٰنُ ۚ إِنَّهُ بِكُلِّ شَيْءٍ بَصِيرٌ
Sila gara simbirroota gubbaa isaaniitti koola (qoochoo) isaanii babalisanii walitti dachaasanii hin ilaalanuu? Rahmaaniin malee homtuu isaan hin qabuDhugumatti, Inni waan hunda argaadha
20أَمَّنْ هَٰذَا الَّذِي هُوَ جُندٌ لَّكُمْ يَنصُرُكُم مِّن دُونِ الرَّحْمَٰنِ ۚ إِنِ الْكَافِرُونَ إِلَّا فِي غُرُورٍ
Sila inni Rahmaaniin alatti humna waraanaa keessan taee isin tumsuu dandau eenyuma? Kaafiroonni gowwummaa keessa malee hin jiranu
21أَمَّنْ هَٰذَا الَّذِي يَرْزُقُكُمْ إِنْ أَمْسَكَ رِزْقَهُ ۚ بَل لَّجُّوا فِي عُتُوٍّ وَنُفُورٍ
Odoo Inni soorata Isaa qabee, inni isin sooru eenyuma? Dhugumatti, isaan diddaafi (haqa) irraa baqachuu itti fufaniiru
22أَفَمَن يَمْشِي مُكِبًّا عَلَىٰ وَجْهِهِ أَهْدَىٰ أَمَّن يَمْشِي سَوِيًّا عَلَىٰ صِرَاطٍ مُّسْتَقِيمٍ
Sila nama fuula isaa irratti gonbifamee deemu moo isa dhaabbatee karaa qajeelaa irra deemutu caalaa qajeelaa dha
Al-MulkTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — Al-Mulk 20

Suuratu Al-Mulk Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila inni Rahmaaniin alatti humna waraanaa keessan taee isin tumsuu…

Suuratu Aayah 20/30 — Al-Mulk الملك (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Mulk Caqasi, Al-Mulk Hiikkaa, Al-Mulk mp3, Al-Mulk pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers