Al-Mulk · 18/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mulk
وَلَقَدْ كَذَّبَ الَّذِينَ مِن قَبْلِهِمْ فَكَيْفَ كَانَ نَكِيرِ ۝١٨
Wa laqad kazzabal lazeena min qablihim fakaifa kaana nakeer
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, warri isaaniin duraas sobsiisaniiru; (adabbiin) Ana diduu akkam tureree

🎧 Caqasi


📜 Aayah 16-20 — Suuratu Al-Mulk

16أَأَمِنتُم مَّن فِي السَّمَاءِ أَن يَخْسِفَ بِكُمُ الْأَرْضَ فَإِذَا هِيَ تَمُورُ
Sila Inni samii olii, dachii isiniin kunnaan, achumaan isheen socho’uu of ni amantuu
17أَمْ أَمِنتُم مَّن فِي السَّمَاءِ أَن يُرْسِلَ عَلَيْكُمْ حَاصِبًا ۖ فَسَتَعْلَمُونَ كَيْفَ نَذِيرِ
Yookiin immoo Inni samii olii bubbee cirracha qabu isin irratti erguu ni amantuu? Akeekkachiisni Kiyya akkam akka tae beekuuf jirtu
18وَلَقَدْ كَذَّبَ الَّذِينَ مِن قَبْلِهِمْ فَكَيْفَ كَانَ نَكِيرِ
Dhugumatti, warri isaaniin duraas sobsiisaniiru; (adabbiin) Ana diduu akkam tureree
19أَوَلَمْ يَرَوْا إِلَى الطَّيْرِ فَوْقَهُمْ صَافَّاتٍ وَيَقْبِضْنَ ۚ مَا يُمْسِكُهُنَّ إِلَّا الرَّحْمَٰنُ ۚ إِنَّهُ بِكُلِّ شَيْءٍ بَصِيرٌ
Sila gara simbirroota gubbaa isaaniitti koola (qoochoo) isaanii babalisanii walitti dachaasanii hin ilaalanuu? Rahmaaniin malee homtuu isaan hin qabuDhugumatti, Inni waan hunda argaadha
20أَمَّنْ هَٰذَا الَّذِي هُوَ جُندٌ لَّكُمْ يَنصُرُكُم مِّن دُونِ الرَّحْمَٰنِ ۚ إِنِ الْكَافِرُونَ إِلَّا فِي غُرُورٍ
Sila inni Rahmaaniin alatti humna waraanaa keessan taee isin tumsuu dandau eenyuma? Kaafiroonni gowwummaa keessa malee hin jiranu
Al-MulkTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — Al-Mulk 18

Suuratu Al-Mulk Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, warri isaaniin duraas sobsiisaniiru; (adabbiin) Ana diduu akkam tureree

Suuratu Aayah 18/30 — Suuratu Al-Mulk الملك (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mulk Caqasi, Suuratu Al-Mulk Hiikkaa, Suuratu Al-Mulk mp3, Suuratu Al-Mulk pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers