Al-Mulk · 9/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Mulk
قَالُوا بَلَىٰ قَدْ جَاءَنَا نَذِيرٌ فَكَذَّبْنَا وَقُلْنَا مَا نَزَّلَ اللَّهُ مِن شَيْءٍ إِنْ أَنتُمْ إِلَّا فِي ضَلَالٍ كَبِيرٍ ۝٩
Qaaloo balaa qad jaaa`anaa nazeerun fakazzabnaa wa qulnaa maa nazzalal laahu min shai in in antum illaa fee dalaalin kabeer
📖 Afaan Oromoon
Eeyyeen; dhugumatti akeekkachiisaan nutti dhufeera; sobsiifneeti Rabbiin homaa hin buufne; isin jallina guddaa keessa jirtu jenneen" jedhu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 7-11 — Al-Mulk

7إِذَا أُلْقُوا فِيهَا سَمِعُوا لَهَا شَهِيقًا وَهِيَ تَفُورُ
Yeroo ishee keessatti darbamanis haala isheen danfuutti jirtuun isheedhaaf (sagalee akka) halaaka harree dhagau
8تَكَادُ تَمَيَّزُ مِنَ الْغَيْظِ ۖ كُلَّمَا أُلْقِيَ فِيهَا فَوْجٌ سَأَلَهُمْ خَزَنَتُهَا أَلَمْ يَأْتِكُمْ نَذِيرٌ
Dallansuu irraa kan kae ciccituutti dhihaatti; dhawaata gareen wahii ishee keessatti darbamuun waardiyyaan ishee "sila akeekkachiisaan (nabiyyiin) isinitti hin dhufnee?" (jechuun) isaan gaafata
9قَالُوا بَلَىٰ قَدْ جَاءَنَا نَذِيرٌ فَكَذَّبْنَا وَقُلْنَا مَا نَزَّلَ اللَّهُ مِن شَيْءٍ إِنْ أَنتُمْ إِلَّا فِي ضَلَالٍ كَبِيرٍ
Eeyyeen; dhugumatti akeekkachiisaan nutti dhufeera; sobsiifneeti Rabbiin homaa hin buufne; isin jallina guddaa keessa jirtu jenneen" jedhu
10وَقَالُوا لَوْ كُنَّا نَسْمَعُ أَوْ نَعْقِلُ مَا كُنَّا فِي أَصْحَابِ السَّعِيرِ
Odoo kan dhageenyu yookiin kan xiinxallu taanee, silaa warra ibidda bobaaa keessaa hin taanu turre" jedhan
11فَاعْتَرَفُوا بِذَنبِهِمْ فَسُحْقًا لِّأَصْحَابِ السَّعِيرِ
Dilii isaaniis ni amananWarra ibidda bobaaatiifis (rahmata Rabbii irraa) fagaachuun haa jiraatu
Al-MulkTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Al-Mulk 9

Suuratu Al-Mulk Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Eeyyeen; dhugumatti akeekkachiisaan nutti dhufeera; sobsiifneeti Rabbiin homaa hin buufne;…

Suuratu Aayah 9/30 — Al-Mulk الملك (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Mulk Caqasi, Al-Mulk Hiikkaa, Al-Mulk mp3, Al-Mulk pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers