Al-Mulk · 10/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Mulk
وَقَالُوا لَوْ كُنَّا نَسْمَعُ أَوْ نَعْقِلُ مَا كُنَّا فِي أَصْحَابِ السَّعِيرِ ۝١٠
Wa qaaloo law kunnaa nasma`u awna`qilu maa kunnaa feee as haabis sa`eer
📖 Afaan Oromoon
Odoo kan dhageenyu yookiin kan xiinxallu taanee, silaa warra ibidda bobaaa keessaa hin taanu turre" jedhan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 8-12 — Al-Mulk

8تَكَادُ تَمَيَّزُ مِنَ الْغَيْظِ ۖ كُلَّمَا أُلْقِيَ فِيهَا فَوْجٌ سَأَلَهُمْ خَزَنَتُهَا أَلَمْ يَأْتِكُمْ نَذِيرٌ
Dallansuu irraa kan kae ciccituutti dhihaatti; dhawaata gareen wahii ishee keessatti darbamuun waardiyyaan ishee "sila akeekkachiisaan (nabiyyiin) isinitti hin dhufnee?" (jechuun) isaan gaafata
9قَالُوا بَلَىٰ قَدْ جَاءَنَا نَذِيرٌ فَكَذَّبْنَا وَقُلْنَا مَا نَزَّلَ اللَّهُ مِن شَيْءٍ إِنْ أَنتُمْ إِلَّا فِي ضَلَالٍ كَبِيرٍ
Eeyyeen; dhugumatti akeekkachiisaan nutti dhufeera; sobsiifneeti Rabbiin homaa hin buufne; isin jallina guddaa keessa jirtu jenneen" jedhu
10وَقَالُوا لَوْ كُنَّا نَسْمَعُ أَوْ نَعْقِلُ مَا كُنَّا فِي أَصْحَابِ السَّعِيرِ
Odoo kan dhageenyu yookiin kan xiinxallu taanee, silaa warra ibidda bobaaa keessaa hin taanu turre" jedhan
11فَاعْتَرَفُوا بِذَنبِهِمْ فَسُحْقًا لِّأَصْحَابِ السَّعِيرِ
Dilii isaaniis ni amananWarra ibidda bobaaatiifis (rahmata Rabbii irraa) fagaachuun haa jiraatu
12إِنَّ الَّذِينَ يَخْشَوْنَ رَبَّهُم بِالْغَيْبِ لَهُم مَّغْفِرَةٌ وَأَجْرٌ كَبِيرٌ
Dhugumatti, warra Gooftaa isaanii fagootti sodaataniif araaramaafi mindaa guddaatu isaaniif jira
Al-MulkTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — Al-Mulk 10

Suuratu Al-Mulk Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Odoo kan dhageenyu yookiin kan xiinxallu taanee, silaa warra ibidda…

Suuratu Aayah 10/30 — Al-Mulk الملك (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Mulk Caqasi, Al-Mulk Hiikkaa, Al-Mulk mp3, Al-Mulk pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers