Al-Mulk · 13/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mulk
وَأَسِرُّوا قَوْلَكُمْ أَوِ اجْهَرُوا بِهِ ۖ إِنَّهُ عَلِيمٌ بِذَاتِ الصُّدُورِ ۝١٣
Wa asirroo qawlakum awijharoo bihee innahoo `aleemum bizaatis sudoor
📖 Afaan Oromoon
Haasaa keessan gadi qabaa yookiin immoo ol qabaa; Inni beekaa waan qoma keessaati

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 11-15 — Suuratu Al-Mulk

11فَاعْتَرَفُوا بِذَنبِهِمْ فَسُحْقًا لِّأَصْحَابِ السَّعِيرِ
Dilii isaaniis ni amananWarra ibidda bobaaatiifis (rahmata Rabbii irraa) fagaachuun haa jiraatu
12إِنَّ الَّذِينَ يَخْشَوْنَ رَبَّهُم بِالْغَيْبِ لَهُم مَّغْفِرَةٌ وَأَجْرٌ كَبِيرٌ
Dhugumatti, warra Gooftaa isaanii fagootti sodaataniif araaramaafi mindaa guddaatu isaaniif jira
13وَأَسِرُّوا قَوْلَكُمْ أَوِ اجْهَرُوا بِهِ ۖ إِنَّهُ عَلِيمٌ بِذَاتِ الصُّدُورِ
Haasaa keessan gadi qabaa yookiin immoo ol qabaa; Inni beekaa waan qoma keessaati
14أَلَا يَعْلَمُ مَنْ خَلَقَ وَهُوَ اللَّطِيفُ الْخَبِيرُ
Sila Inni (iccitii) uumee keessa argaafi beekaa tae, (iccitii isaanii) hin beekuu
15هُوَ الَّذِي جَعَلَ لَكُمُ الْأَرْضَ ذَلُولًا فَامْشُوا فِي مَنَاكِبِهَا وَكُلُوا مِن رِّزْقِهِ ۖ وَإِلَيْهِ النُّشُورُ
Inni Isa dachii laaffifamtuu isiniif godheedha; naannoo ishee keessa deemaatii soorata Isaa irraas nyaadhaaDeebiinis garuma Isaatti
Al-MulkTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
13Aayah

Hiikkaa — Al-Mulk 13

Suuratu Al-Mulk Aayah 13 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Haasaa keessan gadi qabaa yookiin immoo ol qabaa; Inni beekaa…

Suuratu Aayah 13/30 — Suuratu Al-Mulk الملك (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mulk Caqasi, Suuratu Al-Mulk Hiikkaa, Suuratu Al-Mulk mp3, Suuratu Al-Mulk pdf. Aayah 11–15. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers