Al-Mulk · 30/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Mulk
قُلْ أَرَأَيْتُمْ إِنْ أَصْبَحَ مَاؤُكُمْ غَوْرًا فَمَن يَأْتِيكُم بِمَاءٍ مَّعِينٍ ۝٣٠
Qul ara`aytum in asbaha maaa`ukum ghawran famai yaateekum bimaaa`im ma`een
📖 Afaan Oromoon
Jedhi: "Mee naaf himaa! odoo bishaan keessan dachii keessa gadi lixaa taee namni bishaan yaau isiniif fidu eenyu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 28-30 — Al-Mulk

28قُلْ أَرَأَيْتُمْ إِنْ أَهْلَكَنِيَ اللَّهُ وَمَن مَّعِيَ أَوْ رَحِمَنَا فَمَن يُجِيرُ الْكَافِرِينَ مِنْ عَذَابٍ أَلِيمٍ
Mee naaf himaa! yoo Rabbiin anaafi nama ana wajjin jiru balleesse yookiin rahmata nuuf godhe, namni kaafiroota adabbii laalessaa irraa baraaru eenyu?" jedhi
29قُلْ هُوَ الرَّحْمَٰنُ آمَنَّا بِهِ وَعَلَيْهِ تَوَكَّلْنَا ۖ فَسَتَعْلَمُونَ مَنْ هُوَ فِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ
Inni RahmaaniIsatti amanne; Isa irrattis hirkanneNamni jallina ifa tae keessa jiru eenyu akka tae beekuuf jirtu" jedhiin
30قُلْ أَرَأَيْتُمْ إِنْ أَصْبَحَ مَاؤُكُمْ غَوْرًا فَمَن يَأْتِيكُم بِمَاءٍ مَّعِينٍ
Jedhi: "Mee naaf himaa! odoo bishaan keessan dachii keessa gadi lixaa taee namni bishaan yaau isiniif fidu eenyu
Al-MulkTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
30Aayah

Hiikkaa — Al-Mulk 30

Suuratu Al-Mulk Aayah 30 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jedhi: "Mee naaf himaa! odoo bishaan keessan dachii keessa gadi…

Suuratu Aayah 30/30 — Al-Mulk الملك (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Mulk Caqasi, Al-Mulk Hiikkaa, Al-Mulk mp3, Al-Mulk pdf. Aayah 28–30. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers