Al-Mulk · 14/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mulk
أَلَا يَعْلَمُ مَنْ خَلَقَ وَهُوَ اللَّطِيفُ الْخَبِيرُ ۝١٤
Alaa ya`lamu man khalaq wa huwal lateeful khabeer
📖 Afaan Oromoon
Sila Inni (iccitii) uumee keessa argaafi beekaa tae, (iccitii isaanii) hin beekuu

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 12-16 — Suuratu Al-Mulk

12إِنَّ الَّذِينَ يَخْشَوْنَ رَبَّهُم بِالْغَيْبِ لَهُم مَّغْفِرَةٌ وَأَجْرٌ كَبِيرٌ
Dhugumatti, warra Gooftaa isaanii fagootti sodaataniif araaramaafi mindaa guddaatu isaaniif jira
13وَأَسِرُّوا قَوْلَكُمْ أَوِ اجْهَرُوا بِهِ ۖ إِنَّهُ عَلِيمٌ بِذَاتِ الصُّدُورِ
Haasaa keessan gadi qabaa yookiin immoo ol qabaa; Inni beekaa waan qoma keessaati
14أَلَا يَعْلَمُ مَنْ خَلَقَ وَهُوَ اللَّطِيفُ الْخَبِيرُ
Sila Inni (iccitii) uumee keessa argaafi beekaa tae, (iccitii isaanii) hin beekuu
15هُوَ الَّذِي جَعَلَ لَكُمُ الْأَرْضَ ذَلُولًا فَامْشُوا فِي مَنَاكِبِهَا وَكُلُوا مِن رِّزْقِهِ ۖ وَإِلَيْهِ النُّشُورُ
Inni Isa dachii laaffifamtuu isiniif godheedha; naannoo ishee keessa deemaatii soorata Isaa irraas nyaadhaaDeebiinis garuma Isaatti
16أَأَمِنتُم مَّن فِي السَّمَاءِ أَن يَخْسِفَ بِكُمُ الْأَرْضَ فَإِذَا هِيَ تَمُورُ
Sila Inni samii olii, dachii isiniin kunnaan, achumaan isheen socho’uu of ni amantuu
Al-MulkTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — Al-Mulk 14

Suuratu Al-Mulk Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila Inni (iccitii) uumee keessa argaafi beekaa tae, (iccitii isaanii)…

Suuratu Aayah 14/30 — Suuratu Al-Mulk الملك (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mulk Caqasi, Suuratu Al-Mulk Hiikkaa, Suuratu Al-Mulk mp3, Suuratu Al-Mulk pdf. Aayah 12–16. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers