Al-Mulk · 11/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Mulk
فَاعْتَرَفُوا بِذَنبِهِمْ فَسُحْقًا لِّأَصْحَابِ السَّعِيرِ ١١
Transliteration
Fa`tarafoo bizambihim fasuhqal li as haabis sa`eer
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Dilii isaaniis ni amananWarra ibidda bobaaatiifis (rahmata Rabbii irraa) fagaachuun haa jiraatu
🎧 Caqasi
📜 Aayah 9-13 — Al-Mulk
9قَالُوا بَلَىٰ قَدْ جَاءَنَا نَذِيرٌ فَكَذَّبْنَا وَقُلْنَا مَا نَزَّلَ اللَّهُ مِن شَيْءٍ إِنْ أَنتُمْ إِلَّا فِي ضَلَالٍ كَبِيرٍ
Eeyyeen; dhugumatti akeekkachiisaan nutti dhufeera; sobsiifneeti Rabbiin homaa hin buufne; isin jallina guddaa keessa jirtu jenneen" jedhu
10وَقَالُوا لَوْ كُنَّا نَسْمَعُ أَوْ نَعْقِلُ مَا كُنَّا فِي أَصْحَابِ السَّعِيرِ
Odoo kan dhageenyu yookiin kan xiinxallu taanee, silaa warra ibidda bobaaa keessaa hin taanu turre" jedhan
11فَاعْتَرَفُوا بِذَنبِهِمْ فَسُحْقًا لِّأَصْحَابِ السَّعِيرِ
Dilii isaaniis ni amananWarra ibidda bobaaatiifis (rahmata Rabbii irraa) fagaachuun haa jiraatu
12إِنَّ الَّذِينَ يَخْشَوْنَ رَبَّهُم بِالْغَيْبِ لَهُم مَّغْفِرَةٌ وَأَجْرٌ كَبِيرٌ
Dhugumatti, warra Gooftaa isaanii fagootti sodaataniif araaramaafi mindaa guddaatu isaaniif jira
13وَأَسِرُّوا قَوْلَكُمْ أَوِ اجْهَرُوا بِهِ ۖ إِنَّهُ عَلِيمٌ بِذَاتِ الصُّدُورِ
Haasaa keessan gadi qabaa yookiin immoo ol qabaa; Inni beekaa waan qoma keessaati
Al-MulkTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
11Aayah
Hiikkaa — Al-Mulk 11
Suuratu Al-Mulk Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dilii isaaniis ni amananWarra ibidda bobaaatiifis (rahmata Rabbii irraa) fagaachuun…Suuratu Aayah 11/30 — Al-Mulk الملك (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Mulk Caqasi, Al-Mulk Hiikkaa, Al-Mulk mp3, Al-Mulk pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








