Al-Mulk · 16/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Mulk
أَأَمِنتُم مَّن فِي السَّمَاءِ أَن يَخْسِفَ بِكُمُ الْأَرْضَ فَإِذَا هِيَ تَمُورُ ۝١٦
A-amintum man fissamaaa`i aiyakhsifa bi kumul arda fa izaa hiya tamoor
📖 Afaan Oromoon
Sila Inni samii olii, dachii isiniin kunnaan, achumaan isheen socho’uu of ni amantuu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 14-18 — Al-Mulk

14أَلَا يَعْلَمُ مَنْ خَلَقَ وَهُوَ اللَّطِيفُ الْخَبِيرُ
Sila Inni (iccitii) uumee keessa argaafi beekaa tae, (iccitii isaanii) hin beekuu
15هُوَ الَّذِي جَعَلَ لَكُمُ الْأَرْضَ ذَلُولًا فَامْشُوا فِي مَنَاكِبِهَا وَكُلُوا مِن رِّزْقِهِ ۖ وَإِلَيْهِ النُّشُورُ
Inni Isa dachii laaffifamtuu isiniif godheedha; naannoo ishee keessa deemaatii soorata Isaa irraas nyaadhaaDeebiinis garuma Isaatti
16أَأَمِنتُم مَّن فِي السَّمَاءِ أَن يَخْسِفَ بِكُمُ الْأَرْضَ فَإِذَا هِيَ تَمُورُ
Sila Inni samii olii, dachii isiniin kunnaan, achumaan isheen socho’uu of ni amantuu
17أَمْ أَمِنتُم مَّن فِي السَّمَاءِ أَن يُرْسِلَ عَلَيْكُمْ حَاصِبًا ۖ فَسَتَعْلَمُونَ كَيْفَ نَذِيرِ
Yookiin immoo Inni samii olii bubbee cirracha qabu isin irratti erguu ni amantuu? Akeekkachiisni Kiyya akkam akka tae beekuuf jirtu
18وَلَقَدْ كَذَّبَ الَّذِينَ مِن قَبْلِهِمْ فَكَيْفَ كَانَ نَكِيرِ
Dhugumatti, warri isaaniin duraas sobsiisaniiru; (adabbiin) Ana diduu akkam tureree
Al-MulkTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — Al-Mulk 16

Suuratu Al-Mulk Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila Inni samii olii, dachii isiniin kunnaan, achumaan isheen socho’uu…

Suuratu Aayah 16/30 — Al-Mulk الملك (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Mulk Caqasi, Al-Mulk Hiikkaa, Al-Mulk mp3, Al-Mulk pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers