Al-Mulk · 1/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Mulk
تَبَارَكَ الَّذِي بِيَدِهِ الْمُلْكُ وَهُوَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ ۝١
Tabaarakal lazee biyadihil mulku wa huwa `alaa kulli shai-in qadeer
📖 Afaan Oromoon
(Rabbiin) Inni mootummaan waan hundaa harka Isaa jiru tolli isaa baayateInni waan hunda irratti dandaaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-3 — Al-Mulk

1تَبَارَكَ الَّذِي بِيَدِهِ الْمُلْكُ وَهُوَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ
(Rabbiin) Inni mootummaan waan hundaa harka Isaa jiru tolli isaa baayateInni waan hunda irratti dandaaadha
2الَّذِي خَلَقَ الْمَوْتَ وَالْحَيَاةَ لِيَبْلُوَكُمْ أَيُّكُمْ أَحْسَنُ عَمَلًا ۚ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْغَفُورُ
(Rabbiin) Isa eenyuu keessantu irra toltuu akka hojjatu isin qoruuf jecha duaafi jireenya uumeedhaInnis injifataa, araaramaadha
3الَّذِي خَلَقَ سَبْعَ سَمَاوَاتٍ طِبَاقًا ۖ مَّا تَرَىٰ فِي خَلْقِ الرَّحْمَٰنِ مِن تَفَاوُتٍ ۖ فَارْجِعِ الْبَصَرَ هَلْ تَرَىٰ مِن فُطُورٍ
(Rabbiin) Isa samii torba wal jalaa gubbaan uumeedha; uumaa Rahmaan keessatti wal dhabbii irraa homaa hin argituMee agartuu kee (gara samii) deebisii dhoohaa irraa waan tae ni argitaa
Al-MulkTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Al-Mulk 1

Suuratu Al-Mulk Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Rabbiin) Inni mootummaan waan hundaa harka Isaa jiru tolli isaa…

Suuratu Aayah 1/30 — Al-Mulk الملك (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Mulk Caqasi, Al-Mulk Hiikkaa, Al-Mulk mp3, Al-Mulk pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers