Al-Mulk · 4/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Mulk
ثُمَّ ارْجِعِ الْبَصَرَ كَرَّتَيْنِ يَنقَلِبْ إِلَيْكَ الْبَصَرُ خَاسِئًا وَهُوَ حَسِيرٌ ۝٤
Summar ji`il basara karrataini yanqalib ilaikal basaru khaasi`anw wa huwa haseer
📖 Afaan Oromoon
Ergasii yeroo baayee ija deddeebisi; ijji (kee) hoongaaa dadhabaa taee gara kee deebia
🎧 Caqasi

📜 Aayah 2-6 — Al-Mulk

2الَّذِي خَلَقَ الْمَوْتَ وَالْحَيَاةَ لِيَبْلُوَكُمْ أَيُّكُمْ أَحْسَنُ عَمَلًا ۚ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْغَفُورُ
(Rabbiin) Isa eenyuu keessantu irra toltuu akka hojjatu isin qoruuf jecha duaafi jireenya uumeedhaInnis injifataa, araaramaadha
3الَّذِي خَلَقَ سَبْعَ سَمَاوَاتٍ طِبَاقًا ۖ مَّا تَرَىٰ فِي خَلْقِ الرَّحْمَٰنِ مِن تَفَاوُتٍ ۖ فَارْجِعِ الْبَصَرَ هَلْ تَرَىٰ مِن فُطُورٍ
(Rabbiin) Isa samii torba wal jalaa gubbaan uumeedha; uumaa Rahmaan keessatti wal dhabbii irraa homaa hin argituMee agartuu kee (gara samii) deebisii dhoohaa irraa waan tae ni argitaa
4ثُمَّ ارْجِعِ الْبَصَرَ كَرَّتَيْنِ يَنقَلِبْ إِلَيْكَ الْبَصَرُ خَاسِئًا وَهُوَ حَسِيرٌ
Ergasii yeroo baayee ija deddeebisi; ijji (kee) hoongaaa dadhabaa taee gara kee deebia
5وَلَقَدْ زَيَّنَّا السَّمَاءَ الدُّنْيَا بِمَصَابِيحَ وَجَعَلْنَاهَا رُجُومًا لِّلشَّيَاطِينِ ۖ وَأَعْتَدْنَا لَهُمْ عَذَابَ السَّعِيرِ
Dhugumatti, samii addunyaa ibsaawwaniin (urjiiwwaniin) miidhagsineerraSheyxaanotaafis furguuggee ishee gooneIsaaniifis adabbii ibidda bobaaa qopheessineerra
6وَلِلَّذِينَ كَفَرُوا بِرَبِّهِمْ عَذَابُ جَهَنَّمَ ۖ وَبِئْسَ الْمَصِيرُ
Isaan Gooftaa isaaniitti kafaraniifis adabbii jahannamtu jiraDeebi’ichis waa fokkate
Al-MulkTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Al-Mulk 4

Suuratu Al-Mulk Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergasii yeroo baayee ija deddeebisi; ijji (kee) hoongaaa dadhabaa taee…

Suuratu Aayah 4/30 — Al-Mulk الملك (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Mulk Caqasi, Al-Mulk Hiikkaa, Al-Mulk mp3, Al-Mulk pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers