Al-Mursalat · 2/50
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Mursalat
فَٱلۡعَٰصِفَٰتِ عَصۡفًا  ۝٢
Fal`aasifaati `asfaa
📖 Afaan Oromoon
(Bubbeewwan) humnaan bubbisuu bubbisaniinis
🎧 Caqasi

📜 Aayah 1-4 — Al-Mursalat

1وَٱلۡمُرۡسَلَٰتِ عُرۡفًا 
(Maleykota) wal hordoftuu taanii ergamaniinin kakadha
2فَٱلۡعَٰصِفَٰتِ عَصۡفًا 
(Bubbeewwan) humnaan bubbisuu bubbisaniinis
3وَٱلنَّٰشِرَٰتِ نَشۡرًا 
(Bubbeewwan rooba) faffacaasuu facaasaniinis
4فَٱلۡفَٰرِقَٰتِ فَرۡقًا 
(Keeyyatoota haqaafi dhara) adda baasuu adda baasanittis
Al-MursalatTarreeffama Qur'ana
50Aayah
MeccanRevelation
2Aayah

Hiikkaa — Al-Mursalat 2

Suuratu Aayah 2/50 — Al-Mursalat المرسلات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Mursalat Caqasi, Al-Mursalat Hiikkaa, Al-Mursalat mp3, Al-Mursalat pdf. Aayah 1–4. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers