Suuratu Al-'Adiyat Arabiffaa fi Oromoo

Suuratu Al-'Adiyat hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (11 Aayah — مكية). Al-'Adiyat Caqasi, Al-'Adiyat Hiikkaa, Al-'Adiyat mp3, Al-'Adiyat pdf.

Suuratu Al-'Adiyat Dubbisi fi Caqasi

🎧 Aayah
M Mishary Rashid Alafasy
M Mahmoud Khalil Al-Husary
A Abdurrahman As-Sudais
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi
A Abdul Basit Abdul Samad
A Ali Al-Hudhaify
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy
A Abu Bakr Ash-Shaatree
M Muhammad Ayyoub
A Abdullah Basfar
A Abdullah Al-Juhani
M Maher Al Muaiqly
x1
وَالْعَادِيَاتِ ضَبْحًا ۝١
📖 Hiikkaa Aayah 1
(Faradoo jihaadaa) harganaa guluftuunin (kakadha)
فَالْمُورِيَاتِ قَدْحًا ۝٢
📖 Hiikkaa Aayah 2
(Isaan yeroo gulufan kottee isaaniitiin) ibidda qabsiisaniin
فَالْمُغِيرَاتِ صُبْحًا ۝٣
📖 Hiikkaa Aayah 3
(Isaan) bariidhaan (diina irratti) weerara adeemsisanitti
فَأَثَرْنَ بِهِ نَقْعًا ۝٤
📖 Hiikkaa Aayah 4
Isaan dhukkee ol kaasanitti
فَوَسَطْنَ بِهِ جَمْعًا ۝٥
📖 Hiikkaa Aayah 5
Isaan (weeraraan) gamtaa diinaa walakkeessaniin [kakadha]
إِنَّ الْإِنسَانَ لِرَبِّهِ لَكَنُودٌ ۝٦
📖 Hiikkaa Aayah 6
Dhugumatti, namni (hedduun) Gooftaa isaa mormaadha
وَإِنَّهُ عَلَىٰ ذَٰلِكَ لَشَهِيدٌ ۝٧
📖 Hiikkaa Aayah 7
Inni kana irratti ragaadha
وَإِنَّهُ لِحُبِّ الْخَيْرِ لَشَدِيدٌ ۝٨
📖 Hiikkaa Aayah 8
Inni (namni) qabeenya jaalachuutti cimaadha
۞ أَفَلَا يَعْلَمُ إِذَا بُعْثِرَ مَا فِي الْقُبُورِ ۝٩
📖 Hiikkaa Aayah 9
Sila inni yeroo wanti qabroota keessa jiran hundi baafaman sana hin beekuu
وَحُصِّلَ مَا فِي الصُّدُورِ ۝١٠
📖 Hiikkaa Aayah 10
Yeroo wanti qoma keessa jiran (hundi) ifa baafaman (hin beekuu)
إِنَّ رَبَّهُم بِهِمْ يَوْمَئِذٍ لَّخَبِيرٌ ۝١١
📖 Hiikkaa Aayah 11
Dhugumatti, Gooftan isaanii guyyaa san isaan beekaadha
← 99 Al-'Adiyat (100/114) 101 →
Dubbisi Suuratu Al-'Adiyat Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee

100العاديات Al-'Adiyat 📚 11 Aayah مكية

Aayah amma aayah – Suuratu Al-'Adiyat — 11 Aayah




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers