PDF —
11 Aayah Meccan PDF
Built right in your browser — download starts automatically

Suuratu Al-Qari'ah pdf — Buufi (Oromo)

Suuratu Al-Qari'ah pdf Oromo — Buufi Suuratu Al-Qari'ah Hiikkaa. Suuratu Al-Qari'ah (Meccan) 11 Aayah.

← Al-'AdiyatSuuratu Al-Qari'ah At-Takathur →


11 Aayah · Meccan · Oromo
bismillah
ﭴﭵ
101:1 Qalbii rukuttuun (Qiyaamaan)
ﭶﭷﭸ
101:2 Qalbii rukuttuun maali
ﭹﭺﭻﭼﭽ
101:3 Qalbii rukuttuun maal akka taate maaltu si beeksise
ﭾﭿﮀﮁﮂﮃ
101:4 Guyyaa namni akka billaacha faffacaafamee ta’u
ﮄﮅﮆﮇﮈ
101:5 (Guyyaa) gaarreen akka jirbii iddamee (qaasasame) tau
ﮉﮊﮋﮌﮍ
101:6 Namni madaalli (hojii) isaa ulfaatte
ﮎﮏﮐﮑﮒ
101:7 Inni jireenya jaalatamtuu keessa taa
ﮓﮔﮕﮖﮗ
101:8 Namni madaalli (hojii) isaa salphatte immoo
ﮘﮙﮚ
101:9 Haati isaa “Haawiyaa[]”dha
ﮛﮜﮝﮞﮟ
101:10 Isheen (Haawiyaan) maal akka taate maaltu si beeksise
ﮠﮡﮢ
101:11 (Isheen) ibidda gubduudha

Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 9, 2026

Don't forget us in your sincere prayers