Al-Waqi'ah · 32/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
وَفَاكِهَةٍ كَثِيرَةٍ ۝٣٢
Wa faakihatin kaseerah
📖 Afaan Oromoon
Fuduraalee baay’ee (keessa)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 30-34 — Suuratu Al-Waqi'ah

30وَظِلٍّ مَّمْدُودٍ
Gaaddisa diriirfamaa (keessa)
31وَمَاءٍ مَّسْكُوبٍ
Bishaan dhangala’u (keessa)
32وَفَاكِهَةٍ كَثِيرَةٍ
Fuduraalee baay’ee (keessa)
33لَّا مَقْطُوعَةٍ وَلَا مَمْنُوعَةٍ
Kan maddi isaanii hin cinneefi kan irraa hin dhorgamne (keessa)
34وَفُرُشٍ مَّرْفُوعَةٍ
Firaasholee ol fuudhamtuu (keessa jiraatu)
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
32Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 32

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 32 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Fuduraalee baay’ee (keessa)

Suuratu Aayah 32/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 30–34. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers