Al-Waqi'ah · 33/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
لَّا مَقْطُوعَةٍ وَلَا مَمْنُوعَةٍ ۝٣٣
Laa maqtoo`atinw wa laa mamnoo`ah
📖 Afaan Oromoon
Kan maddi isaanii hin cinneefi kan irraa hin dhorgamne (keessa)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 31-35 — Suuratu Al-Waqi'ah

31وَمَاءٍ مَّسْكُوبٍ
Bishaan dhangala’u (keessa)
32وَفَاكِهَةٍ كَثِيرَةٍ
Fuduraalee baay’ee (keessa)
33لَّا مَقْطُوعَةٍ وَلَا مَمْنُوعَةٍ
Kan maddi isaanii hin cinneefi kan irraa hin dhorgamne (keessa)
34وَفُرُشٍ مَّرْفُوعَةٍ
Firaasholee ol fuudhamtuu (keessa jiraatu)
35إِنَّا أَنشَأْنَاهُنَّ إِنشَاءً
Dhugumatti, Nuti (dubartoota jannataa) uuminsa isaan uumne
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
33Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 33

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 33 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kan maddi isaanii hin cinneefi kan irraa hin dhorgamne (keessa)

Suuratu Aayah 33/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 31–35. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers