PDF —
7 Aayah Meccan PDF
Built right in your browser — download starts automatically

Suuratu Al-Fatihah pdf — Buufi (Oromo)

Suuratu Al-Fatihah pdf Oromo — Buufi Suuratu Al-Fatihah Hiikkaa. Suuratu Al-Fatihah (Meccan) 7 Aayah.

Suuratu Al-Fatihah Al-Baqarah →


7 Aayah · Meccan · Oromo
ﭑﭒﭓﭔﭕ
1:1 Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin
ﭖﭗﭘﭙﭚ
1:2 Faaruun hundi kan Rabbii Gooftaa aalamaati
ﭛﭜﭝ
1:3 Akkaan mararfataa akkaan rahmata godhaa
ﭞﭟﭠﭡ
1:4 Abbaa (mootii) guyyaa murtii
ﭢﭣﭤﭥﭦ
1:5 Si qofa gabbarra; Si qofa gargaarsifannas
ﭧﭨﭩﭪ
1:6 Daandii sirrii nu qajeelchi
ﭫﭬﭭﭮﭯﭰﭱﭲﭳﭴ
1:7 Karaa warra isaan irratti tola ooltee; kan isaan irratti hin dallanaminiifi hin jallatinii (nu qajeelchi)

Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 9, 2026

Don't forget us in your sincere prayers