Al-Fatihah · 5/7
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Fatihah
إِيَّاكَ نَعْبُدُ وَإِيَّاكَ نَسْتَعِينُ ۝٥
Iyyaaka na`budu wa lyyaaka nasta`een
📖 Afaan Oromoon
Si qofa gabbarra; Si qofa gargaarsifannas
🎧 Caqasi

📜 Aayah 3-7 — Al-Fatihah

3الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ
Akkaan mararfataa akkaan rahmata godhaa
4مَالِكِ يَوْمِ الدِّينِ
Abbaa (mootii) guyyaa murtii
5إِيَّاكَ نَعْبُدُ وَإِيَّاكَ نَسْتَعِينُ
Si qofa gabbarra; Si qofa gargaarsifannas
6اهْدِنَا الصِّرَاطَ الْمُسْتَقِيمَ
Daandii sirrii nu qajeelchi
7صِرَاطَ الَّذِينَ أَنْعَمْتَ عَلَيْهِمْ غَيْرِ الْمَغْضُوبِ عَلَيْهِمْ وَلَا الضَّالِّينَ
Karaa warra isaan irratti tola ooltee; kan isaan irratti hin dallanaminiifi hin jallatinii (nu qajeelchi)
Al-FatihahTarreeffama Qur'ana
7Aayah
MeccanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — Al-Fatihah 5

Suuratu Al-Fatihah Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Si qofa gabbarra; Si qofa gargaarsifannas

Suuratu Aayah 5/7 — Al-Fatihah الفاتحة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Fatihah Caqasi, Al-Fatihah Hiikkaa, Al-Fatihah mp3, Al-Fatihah pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers