Suuratu Al-Muzzammil pdf — Buufi (Oromo)
Suuratu Al-Muzzammil pdf Oromo — Buufi Suuratu Al-Muzzammil Hiikkaa. Suuratu Al-Muzzammil (Meccan) 20 Aayah.
Related
More Suuratu PDF
Suuratu Al-Muzzammil

ﭑﭒﭓ
73:1
Yaa mammarataa
ﭔﭕﭖﭗﭘ
73:2
Xiqqo malee halkan guutuu dhaabbadhu
ﭙﭚﭛﭜﭝﭞ
73:3
Walakkaa isaa (dhaabbadhu) yookiin xiqqoo isa irraa hir’isi
ﭟﭠﭡﭢﭣﭤﭥ
73:4
Yookiin isa irratti dabaliQuraanas suutaan dubbisi
ﭦﭧﭨﭩﭪﭫ
73:5
Nuti jecha ulfaataa sirratti buusuuf jirra
ﭬﭭﭮﭯﭰﭱﭲﭳﭴ
73:6
Dhugumatti, kaumsi halkanii (arrabaafi qalbii) wal simachiisuutti akkaan jabaafi dubbisuufis qajeelaadha
ﭵﭶﭷﭸﭹﭺﭻ
73:7
Guyyaa keessa (dhimma jireenyaatiif) sochii dheeraatu siif jira
ﭼﭽﭾﭿﮀﮁﮂ
73:8
Maqaa Gooftaa keetiis faarsi; gara isaattis citiinsa citi
ﮃﮄﮅﮆﮇﮈﮉﮊﮋﮌ
73:9
(Inni) Gooftaa bahaafi dhihaatiIsa malee gabbaramaan dhugaa hin jiru; hirkoo isa taasifadhu
ﮍﮎﮏﮐﮑﮒﮓﮔ
73:10
Waan isaan jedhan irratti obsi; fageenya gaarii isaan irraa fagaadhu
ﮕﮖﮗﮘﮙﮚﮛ
73:11
Anaafi sobsiiftota warra qananii walitti Na dhiisi; beellama xiqqoos isaaniif qabi
ﮜﮝﮞﮟﮠ
73:12
Dhugumatti, Nu bira sakaallaa ulfaataafi ibiddatu jira
ﮡﮢﮣﮤﮥﮦ
73:13
Akkasumas nyaata nama hudhuufi adabbii laalessaa taetu (jira)
ﮧﮨﮩﮪﮫﮬﮭﮮﮯ
73:14
Guyyaa dachiifi gaarreen hurgufamaniifi gaarreen tuulaa cirracha yaauu tau keessa (sakkaalamu)
ﮰﮱﯓﯔﯕﯖﯗﯘﯙﯚﯛﯜ
73:15
Nuti akkuma gara Firawn Ergamaa erginee turre gara keessanittis Ergamaa ragaa isin irratti bau erginee jirra
ﯝﯞﯟﯠﯡﯢﯣ
73:16
Firawnnis Ergamicha faallessee (didee) qabaa cimaa isa qabne
ﯤﯥﯦﯧﯨﯩﯪﯫﯬ
73:17
Yoo kafartaniif, (adabbii) Guyyaa ijoollee arrii taasisuu akkamitti eeggattu
ﯭﯮﯯﯰﯱﯲﯳﯴ
73:18
Samiin isaan (guyyaa sanaan) dhodhootuudhaBaallamni Isaa raawwatamaa tae
ﯵﯶﯷﯸﯹﯺﯻﯼﯽﯾﯿ
73:19
Dhugumatti, isheen kun gorsaNama fedhe gara Gooftaa isaatti karaa godhata
ﭑﭒﭓﭔﭕﭖﭗﭘﭙﭚﭛﭜﭝﭞﭟﭠﭡﭢﭣﭤﭥﭦﭧﭨﭩﭪﭫﭬﭭﭮﭯﭰﭱﭲﭳﭴﭵﭶﭷﭸﭹﭺﭻﭼﭽﭾﭿﮀﮁﮂﮃﮄﮅﮆﮇﮈﮉﮊﮋﮌﮍﮎﮏﮐﮑﮒﮓﮔﮕﮖﮗﮘﮙﮚﮛﮜﮝﮞﮟﮠﮡﮢﮣﮤﮥﮦﮧﮨﮩ
73:20
(Yaa Muhammad SAW!) Dhugumatti akka atiifi warri sii wajjin taan irraa gareen wahii, lama sadaffaa halkanii, walakkaa isaatiifi tokko sadaffaa isaatii gadis dhaabbattan Gooftaan kee ni beekaRabbiin halkaniifi guyyaa ni shallagaAkka isin isa safartanii waliin hin geenye beekee tawbaa keessan isin irraa qeebaleQuraana irraas (salaata keessatti) waan isiniif laafe qaraaaIsin irraa dhukkubsataan akka jiraatu, warri biraa immoo tola Rabbii barbaacha dachii keessa akka deeman, warri biraas karaa Rabbii keessatti akka lolan beekeeti (isin irrraa salphise)Kanaafuu, isa (Quraana) irraa waan isiniif laafe qaraaatii salaata dhaabaa; zakaas kennaaLiqii bareedaas Rabbiif liqeessaaToltuu irraa waan lubbuu keessaniif dabarfattan Rabbiin biratti inni caalaafi kan mindaa guddaa qabu taeeti isa argituRabbiin araarama kadhaa; dhugumatti, Rabbiin araaramaa, rahmata godhaadha
Qur'aana Qulqulluu
Wednesday, September 9, 2026
Don't forget us in your sincere prayers







