Suuratu Al-Inshiqaq pdf — Buufi (Oromo)
Suuratu Al-Inshiqaq pdf Oromo — Buufi Suuratu Al-Inshiqaq Hiikkaa. Suuratu Al-Inshiqaq (Meccan) 25 Aayah.
Related
More Suuratu PDF
Suuratu Al-Inshiqaq

ﭣﭤﭥﭦ
84:1
Yeroo samiin dhodhoote
ﭧﭨﭩﭪ
84:2
(Yeroo isheen ajaja) Gooftaa ishee dhaggeeffatte; (wanti kana godhu waan itti argameef) dhugaa qabdi
ﭫﭬﭭﭮ
84:3
Yeroo dachiinis diriirfamte
ﭯﭰﭱﭲﭳ
84:4
Waan ishee keessa jiru darbitee, duwwaas taate
ﭴﭵﭶﭷ
84:5
(Yeroo isheen ajaja) Gooftaa ishee dhaggeeffatte; (wanti kana godhu waan itti argameef) dhugaa qabdi
ﭸﭹﭺﭻﭼﭽﭾﭿﮀ
84:6
Yaa namootaa! Dhugumatti, ati gara Rabbii keetii (dhaqqabuuf) hojiin qabsaa’aadhaa, isa (hojii kee) qunnamaadhas
ﮁﮂﮃﮄﮅﮆ
84:7
Namni galmee isaa mirga isaatiin kenname
ﮇﮈﮉﮊﮋ
84:8
Qormaata salphaa qoramuuf jira
ﮌﮍﮎﮏﮐ
84:9
Gammadaa gara maatii isaa deebi’a
ﮑﮒﮓﮔﮕﮖﮗ
84:10
Namni galmee isaa dugda duubaan kenname immoo
ﮘﮙﮚﮛ
84:11
Badii kadhachuuf jira
ﮜﮝﮞ
84:12
Ibidda boba’aa seena
ﮟﮠﮡﮢﮣﮤ
84:13
Dhugumatti, inni maatii isaa keessatti gammadaa ture
ﮥﮦﮧﮨﮩﮪ
84:14
Dhugamatti, inni (gama Rabbii) deebi’uu dhabuu yaade
ﮫﮬﮭﮮﮯﮰﮱﯓ
84:15
Lakki! (ni deebi’a)Gooftaan isaa isa argaadha
ﯔﯕﯖﯗ
84:16
Haa dhorgamu! Diimina galgalaattin kakadha
ﯘﯙﯚﯛ
84:17
Halkaniifi waan inni walitti qabeenis (nan kakadha)
ﯜﯝﯞﯟ
84:18
Jiattis yeroo inni guuteenin (kakadha)
ﯠﯡﯢﯣﯤ
84:19
Dhugumatti, isin sadarkaa tokko irraa gara sadarkaa biraatti ceetu
ﯥﯦﯧﯨﯩ
84:20
Maaltu isaaniif jiraayi hin amanne
ﯪﯫﯬﯭﯮﯯﯰﯱ
84:21
Yeroo Quraanni isaan irratti qaraamus sujuuda hin buan
ﯲﯳﯴﯵﯶ
84:22
Dhugumaatti, warri kafaran ni sobsiisu
ﯷﯸﯹﯺﯻ
84:23
Rabbiin irra beekaa waan isaan (onnee isaanii keessatti) walitti qabaniiti
ﯼﯽﯾﯿ
84:24
Adaba laalessaadhaan isaan gammachiisi
ﭑﭒﭓﭔﭕﭖﭗﭘﭙﭚ
84:25
Garuu isaan amananii gaggaarii hojjatan isaaniif mindaa hin cinnetu jira
Qur'aana Qulqulluu
Wednesday, September 9, 2026
Don't forget us in your sincere prayers







