Suuratu Al-A'la pdf — Buufi (Oromo)
Suuratu Al-A'la pdf Oromo — Buufi Suuratu Al-A'la Hiikkaa. Suuratu Al-A'la (Meccan) 19 Aayah.
Related
- Suuratu Al-A'la HiikkaaOromo
- Suuratu Al-A'la mp3Caqasi
- Quran Index Oromo114
More Suuratu PDF
Suuratu Al-A'la

ﮟﮠﮡﮢﮣ
87:1
Maqaa Gooftaa kee olaanaa taee qulqulleessi
ﮤﮥﮦﮧ
87:2
Isa (waan hunda) uumee guute
ﮨﮩﮪﮫ
87:3
Isa murteessee qajeelche
ﮬﮭﮮﮯ
87:4
Isa marga baase
ﮰﮱﯓﯔ
87:5
Goggogaa gurraacha isa taasise
ﯕﯖﯗﯘ
87:6
Si qaraasisuuf jirraa hin dagattu
ﯙﯚﯛﯜﯝﯞﯟﯠﯡﯢﯣ
87:7
Waan Rabbiin fedhe maleeInni mul’ataafi dhokataas ni beeka
ﯤﯥﯦ
87:8
Nuti karaa laaftuu taateef si laaffifna
ﯧﯨﯩﯪﯫ
87:9
Yoo yaadachiisni kan fayyadu ta’e yaadachiisi
ﯬﯭﯮﯯ
87:10
Namni Rabbiin sodaatu gorfamuuf jira
ﭑﭒﭓ
87:11
Hoongaaan ishee irraa fagaata
ﭔﭕﭖﭗﭘ
87:12
Inni ibidda guddoo seenu
ﭙﭚﭛﭜﭝﭞﭟ
87:13
Ergasii ishee keessatti hin duu; hin jiraatus
ﭠﭡﭢﭣﭤ
87:14
Dhugumatti, namni of qulqulleeffate milkaa’e
ﭥﭦﭧﭨﭩ
87:15
Maqaa Gooftaa isaa dubbatee kan salaate
ﭪﭫﭬﭭﭮ
87:16
Inumaa isin jiruu addunyaa filattu
ﭯﭰﭱﭲ
87:17
Odoo Aakhiraan caaltuufi haftuu taatee jirtuu [addunyaa filattu]
ﭳﭴﭵﭶﭷﭸ
87:18
Dhugumatti, kun barreeffamoota duraanii keessa jira
ﭹﭺﭻﭼ
87:19
Barreeffamoota Ibraahiimifi Muusaa [keessa jira]
Qur'aana Qulqulluu
Wednesday, September 9, 2026
Don't forget us in your sincere prayers







