Aal-Imran · 200/200
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Aal-Imran
يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا اصْبِرُوا وَصَابِرُوا وَرَابِطُوا وَاتَّقُوا اللَّهَ لَعَلَّكُمْ تُفْلِحُونَ ۝٢٠٠
Yaaa aiyuhal lazeena aamanus biroo wa saabiroo wa raabitoo wattaqul laaha la`allakum tuflihoon
📖 Afaan Oromoon
Yaa warra amantan! Obsaa; obsaan (diinota keessan) injifadhaa; karaa Rabbii keessattis of hidhaaAkka milkooftaniif jecha Rabbiin sodaadhaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 198-200 — Suuratu Aal-Imran

198لَٰكِنِ الَّذِينَ اتَّقَوْا رَبَّهُمْ لَهُمْ جَنَّاتٌ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ خَالِدِينَ فِيهَا نُزُلًا مِّنْ عِندِ اللَّهِ ۗ وَمَا عِندَ اللَّهِ خَيْرٌ لِّلْأَبْرَارِ
Garuu isaan Gooftaa isaanii sodaatan ishee keessatti hafoo taanii isaaniif ashaakiltiilee laggeen ishee jala yaatutu jiraAffeerraa Rabbiin biraa ta’e (affeeraman)Waan Rabbin biraatu qulqullootaaf caalaadha
199وَإِنَّ مِنْ أَهْلِ الْكِتَابِ لَمَن يُؤْمِنُ بِاللَّهِ وَمَا أُنزِلَ إِلَيْكُمْ وَمَا أُنزِلَ إِلَيْهِمْ خَاشِعِينَ لِلَّهِ لَا يَشْتَرُونَ بِآيَاتِ اللَّهِ ثَمَنًا قَلِيلًا ۗ أُولَٰئِكَ لَهُمْ أَجْرُهُمْ عِندَ رَبِّهِمْ ۗ إِنَّ اللَّهَ سَرِيعُ الْحِسَابِ
Warra kitaabaa irraa kan Rabbiif of gadi qaban, Keeyyattoota Rabbii maallaqa xiqqaan hin jijjiirranne taanii warra Rabbiitti, waan gara keessanitti buufameefi waan gara isaaniitti buufamettis amanantu jiruWarri sun isaaniif mindaan isaanii Gooftaa isaanii bira jiraDhugumatti, Rabbiin qormaanni isaa ariifataadha
200يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا اصْبِرُوا وَصَابِرُوا وَرَابِطُوا وَاتَّقُوا اللَّهَ لَعَلَّكُمْ تُفْلِحُونَ
Yaa warra amantan! Obsaa; obsaan (diinota keessan) injifadhaa; karaa Rabbii keessattis of hidhaaAkka milkooftaniif jecha Rabbiin sodaadhaa
Aal-ImranTarreeffama Qur'ana
200Aayah
MedinanRevelation
200Aayah

Hiikkaa — Aal-Imran 200

Suuratu Aal-Imran Aayah 200 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yaa warra amantan! Obsaa; obsaan (diinota keessan) injifadhaa; karaa Rabbii…

Suuratu Aayah 200/200 — Suuratu Aal-Imran آل عمران (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Aal-Imran Caqasi, Suuratu Aal-Imran Hiikkaa, Suuratu Aal-Imran mp3, Suuratu Aal-Imran pdf. Aayah 198–200. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers