Al-Munafiqun · 4/11
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Munafiqun
۞ وَإِذَا رَأَيْتَهُمْ تُعْجِبُكَ أَجْسَامُهُمْ ۖ وَإِن يَقُولُوا تَسْمَعْ لِقَوْلِهِمْ ۖ كَأَنَّهُمْ خُشُبٌ مُّسَنَّدَةٌ ۖ يَحْسَبُونَ كُلَّ صَيْحَةٍ عَلَيْهِمْ ۚ هُمُ الْعَدُوُّ فَاحْذَرْهُمْ ۚ قَاتَلَهُمُ اللَّهُ ۖ أَنَّىٰ يُؤْفَكُونَ ۝٤
Wa izaa ra aytahum tu`jibuka ajsaamuhum wa iny yaqooloo tasma` liqawlihim kaannahum khushubum musannadah; yahsaboona kulla saihatin `alaihim; humul `aduwwu fahzarhum; qaatalahumul laahu annaa yu`fakoon
📖 Afaan Oromoon
Yeroo isaan argites qaamoleen isaanii si dinqisiiftiYoo isaan haasaanis dubbii isaanii ni dhageeffataIsaan akka mukkeen hirkifameetiIyya hundaa isaan irratti (iyyame) jechuu yaaduIsaanumatu diinota; kanaafuu isaan eeggadhuRabbiin isaan haa abaaruu akkamitti (amantii irraa) deebiu

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 2-6 — Suuratu Al-Munafiqun

2اتَّخَذُوا أَيْمَانَهُمْ جُنَّةً فَصَدُّوا عَن سَبِيلِ اللَّهِ ۚ إِنَّهُمْ سَاءَ مَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Kakuu isaanii gaachana godhatanii karaa Rabbii irraa (namoota) deebisuIsaan dhugumatti wanti isaan dalagaa turan fokkate
3ذَٰلِكَ بِأَنَّهُمْ آمَنُوا ثُمَّ كَفَرُوا فَطُبِعَ عَلَىٰ قُلُوبِهِمْ فَهُمْ لَا يَفْقَهُونَ
Kunis sababa isaan amananii ergasii kafaraniifiWaan onnee isaanii irratti cufameef isaan hin hubatanu
4۞ وَإِذَا رَأَيْتَهُمْ تُعْجِبُكَ أَجْسَامُهُمْ ۖ وَإِن يَقُولُوا تَسْمَعْ لِقَوْلِهِمْ ۖ كَأَنَّهُمْ خُشُبٌ مُّسَنَّدَةٌ ۖ يَحْسَبُونَ كُلَّ صَيْحَةٍ عَلَيْهِمْ ۚ هُمُ الْعَدُوُّ فَاحْذَرْهُمْ ۚ قَاتَلَهُمُ اللَّهُ ۖ أَنَّىٰ يُؤْفَكُونَ
Yeroo isaan argites qaamoleen isaanii si dinqisiiftiYoo isaan haasaanis dubbii isaanii ni dhageeffataIsaan akka mukkeen hirkifameetiIyya hundaa isaan irratti (iyyame) jechuu yaaduIsaanumatu diinota; kanaafuu isaan eeggadhuRabbiin isaan haa abaaruu akkamitti (amantii irraa) deebiu
5وَإِذَا قِيلَ لَهُمْ تَعَالَوْا يَسْتَغْفِرْ لَكُمْ رَسُولُ اللَّهِ لَوَّوْا رُءُوسَهُمْ وَرَأَيْتَهُمْ يَصُدُّونَ وَهُم مُّسْتَكْبِرُونَ
Yeroo "kottaa Ergamaan Rabbii araarama isiniif haa barbaadu" isaaniin jedhame mataa isaanii naannessuKan isaan boonaa gara galanus ni argita
6سَوَاءٌ عَلَيْهِمْ أَسْتَغْفَرْتَ لَهُمْ أَمْ لَمْ تَسْتَغْفِرْ لَهُمْ لَن يَغْفِرَ اللَّهُ لَهُمْ ۚ إِنَّ اللَّهَ لَا يَهْدِي الْقَوْمَ الْفَاسِقِينَ
Araarama isaanii barbaaddus isaanii barbaaduu dhiiftus isaan irratti wal qixa; Rabbiin isaaniif hin araaramuRabbiin ummata finciltoota hin qajeelchu
Al-MunafiqunTarreeffama Qur'ana
11Aayah
MedinanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Al-Munafiqun 4

Suuratu Al-Munafiqun Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo isaan argites qaamoleen isaanii si dinqisiiftiYoo isaan haasaanis dubbii…

Suuratu Aayah 4/11 — Suuratu Al-Munafiqun المنافقون (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Munafiqun Caqasi, Suuratu Al-Munafiqun Hiikkaa, Suuratu Al-Munafiqun mp3, Suuratu Al-Munafiqun pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers