Al-Munafiqun · 3/11
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Munafiqun
ذَٰلِكَ بِأَنَّهُمْ آمَنُوا ثُمَّ كَفَرُوا فَطُبِعَ عَلَىٰ قُلُوبِهِمْ فَهُمْ لَا يَفْقَهُونَ ۝٣
Zaalika bi annahum aamanoo summa kafaroo fatubi`a `alaa quloobihim fahum laa yafqahoon
📖 Afaan Oromoon
Kunis sababa isaan amananii ergasii kafaraniifiWaan onnee isaanii irratti cufameef isaan hin hubatanu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Suuratu Al-Munafiqun

1إِذَا جَاءَكَ الْمُنَافِقُونَ قَالُوا نَشْهَدُ إِنَّكَ لَرَسُولُ اللَّهِ ۗ وَاللَّهُ يَعْلَمُ إِنَّكَ لَرَسُولُهُ وَاللَّهُ يَشْهَدُ إِنَّ الْمُنَافِقِينَ لَكَاذِبُونَ
Munaafiqoonni yeroo sitti dhufan "ati Ergamaa Rabbii tauu kee ragaa baana" jedhuDhugumatti Rabbiin ati Ergamaa isaa tauu ni beekaMunaafiqoonni akkaan sobdoota tauu Rabbiin ragaa baa
2اتَّخَذُوا أَيْمَانَهُمْ جُنَّةً فَصَدُّوا عَن سَبِيلِ اللَّهِ ۚ إِنَّهُمْ سَاءَ مَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Kakuu isaanii gaachana godhatanii karaa Rabbii irraa (namoota) deebisuIsaan dhugumatti wanti isaan dalagaa turan fokkate
3ذَٰلِكَ بِأَنَّهُمْ آمَنُوا ثُمَّ كَفَرُوا فَطُبِعَ عَلَىٰ قُلُوبِهِمْ فَهُمْ لَا يَفْقَهُونَ
Kunis sababa isaan amananii ergasii kafaraniifiWaan onnee isaanii irratti cufameef isaan hin hubatanu
4۞ وَإِذَا رَأَيْتَهُمْ تُعْجِبُكَ أَجْسَامُهُمْ ۖ وَإِن يَقُولُوا تَسْمَعْ لِقَوْلِهِمْ ۖ كَأَنَّهُمْ خُشُبٌ مُّسَنَّدَةٌ ۖ يَحْسَبُونَ كُلَّ صَيْحَةٍ عَلَيْهِمْ ۚ هُمُ الْعَدُوُّ فَاحْذَرْهُمْ ۚ قَاتَلَهُمُ اللَّهُ ۖ أَنَّىٰ يُؤْفَكُونَ
Yeroo isaan argites qaamoleen isaanii si dinqisiiftiYoo isaan haasaanis dubbii isaanii ni dhageeffataIsaan akka mukkeen hirkifameetiIyya hundaa isaan irratti (iyyame) jechuu yaaduIsaanumatu diinota; kanaafuu isaan eeggadhuRabbiin isaan haa abaaruu akkamitti (amantii irraa) deebiu
5وَإِذَا قِيلَ لَهُمْ تَعَالَوْا يَسْتَغْفِرْ لَكُمْ رَسُولُ اللَّهِ لَوَّوْا رُءُوسَهُمْ وَرَأَيْتَهُمْ يَصُدُّونَ وَهُم مُّسْتَكْبِرُونَ
Yeroo "kottaa Ergamaan Rabbii araarama isiniif haa barbaadu" isaaniin jedhame mataa isaanii naannessuKan isaan boonaa gara galanus ni argita
Al-MunafiqunTarreeffama Qur'ana
11Aayah
MedinanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Al-Munafiqun 3

Suuratu Al-Munafiqun Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kunis sababa isaan amananii ergasii kafaraniifiWaan onnee isaanii irratti cufameef…

Suuratu Aayah 3/11 — Suuratu Al-Munafiqun المنافقون (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Munafiqun Caqasi, Suuratu Al-Munafiqun Hiikkaa, Suuratu Al-Munafiqun mp3, Suuratu Al-Munafiqun pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers