At-Talaq · 10/12
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Talaq
أَعَدَّ اللَّهُ لَهُمْ عَذَابًا شَدِيدًا ۖ فَاتَّقُوا اللَّهَ يَا أُولِي الْأَلْبَابِ الَّذِينَ آمَنُوا ۚ قَدْ أَنزَلَ اللَّهُ إِلَيْكُمْ ذِكْرًا ۝١٠
A`addal laahu lahum `azaaban shadeedan fattaqul laaha yaaa ulil albaab, allazeena aammanoo; qad anzalal laahu ilaikum zikraa
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin adabbii cimaa isaaniif qopheesseYaa warri sammuu qabdan, warri amantan Rabbiin sodaadhaaDhugumatti Rabbiin gara keessanitti gorsa buuseera
🎧 Caqasi

📜 Aayah 8-12 — At-Talaq

8وَكَأَيِّن مِّن قَرْيَةٍ عَتَتْ عَنْ أَمْرِ رَبِّهَا وَرُسُلِهِ فَحَاسَبْنَاهَا حِسَابًا شَدِيدًا وَعَذَّبْنَاهَا عَذَابًا نُّكْرًا
Magaalota irraa heddutu ajaja Rabbii isheefi ergamtoota isaa faallessitee qormaata cimaa ishee qormaannee adabbii fokkataas ishee adabne
9فَذَاقَتْ وَبَالَ أَمْرِهَا وَكَانَ عَاقِبَةُ أَمْرِهَا خُسْرًا
Sababa kanaan adabbii dalagaa ishee dhamdhamteBooddeen dubbii ishees hongoo tae
10أَعَدَّ اللَّهُ لَهُمْ عَذَابًا شَدِيدًا ۖ فَاتَّقُوا اللَّهَ يَا أُولِي الْأَلْبَابِ الَّذِينَ آمَنُوا ۚ قَدْ أَنزَلَ اللَّهُ إِلَيْكُمْ ذِكْرًا
Rabbiin adabbii cimaa isaaniif qopheesseYaa warri sammuu qabdan, warri amantan Rabbiin sodaadhaaDhugumatti Rabbiin gara keessanitti gorsa buuseera
11رَّسُولًا يَتْلُو عَلَيْكُمْ آيَاتِ اللَّهِ مُبَيِّنَاتٍ لِّيُخْرِجَ الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ مِنَ الظُّلُمَاتِ إِلَى النُّورِ ۚ وَمَن يُؤْمِن بِاللَّهِ وَيَعْمَلْ صَالِحًا يُدْخِلْهُ جَنَّاتٍ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ خَالِدِينَ فِيهَا أَبَدًا ۖ قَدْ أَحْسَنَ اللَّهُ لَهُ رِزْقًا
Warra amananii gaggaarii hojjatan dukkanoota keessaa gara ifaatti baasuuf jecha ergamaa keeyyattoota Rabbii ibsituu taate isin irratti dubbisu (ergine)Nama Rabbitti amanee gaariis dalage jannatoota jala ishee laggeen yaatu keessatti yeroo hundaaf hafoo taasisee isa seensisaDhugaatti Rabbiin isaaf soorata bareeche
12اللَّهُ الَّذِي خَلَقَ سَبْعَ سَمَاوَاتٍ وَمِنَ الْأَرْضِ مِثْلَهُنَّ يَتَنَزَّلُ الْأَمْرُ بَيْنَهُنَّ لِتَعْلَمُوا أَنَّ اللَّهَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ وَأَنَّ اللَّهَ قَدْ أَحَاطَ بِكُلِّ شَيْءٍ عِلْمًا
Rabbiin Isa samii torbaniifi dachii irraayis fakkiidhuma isaanii uumeedhaAjajni jidduu isaaniitti bua(Wanti inni kana uumeefis) akka isin Rabbiin waan hunda irratti dandaaafi Rabbiin beekumsaan wantoota cufa marsuu isaa beektanuufi
At-TalaqTarreeffama Qur'ana
12Aayah
MedinanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — At-Talaq 10

Suuratu At-Talaq Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin adabbii cimaa isaaniif qopheesseYaa warri sammuu qabdan, warri amantan…

Suuratu Aayah 10/12 — At-Talaq الطلاق (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Talaq Caqasi, At-Talaq Hiikkaa, At-Talaq mp3, At-Talaq pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers